Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Poolisiin Federaalaa ergama biyyaalessaa itti aanuuf bobba’uu ibse
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Poolisiin Federaala miiraa haaraa fi kaka’uumsaan fi tokkummaan ergama biyyaalessaa itti aanuuf bobba’uu ibseera.
Dhaabbatichi raawwii hojii 2014 bakka…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 66 Saa’ud Arabiyaarraa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 66 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota keessaa 12…
Konkolaataan boba’aa fe’ee ABUTtiif dabarsuuf ture to’atame
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Konkolaataan fe’umsaa boba’aa fe’ee adda waraanaa ABUT banetti dabarsuuf ture to’atamuu Raayyaan Ittisaa beeksiise.
Konkolaatichi boba’aa Naafxaa…
Qorannoon fooyyessii beenyaa gaggeefamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Qorannoon fooyyessii beenyaa qonnaan bultoota maqaa misoomaan lafa isaaniirraa kaafamanii gaggeeffamaa jiraachuu Biiroon Lafaa Oromiyaa beeksise.…
Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta’uu beeksiise
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Mootummaan iddoolee filatamoo humna waraanaa ABUT kan haleelu ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Mootummaan hanga ammaatti…
Hawaasni idil addunyaa garee Shororkeessaa ABUTiin gara daandii nageenyaatti fiduu qaba- Mootummaa
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Daandiin nageenyaa akka hin cufamneef hawaasni idil addunyaa garee Shororkeessaa ABUTiin gara daandii nageenyaatti fiduu akka qabu Tajaajilli…
Finfinneetti namoonni sanadoota sobaa qopheessan 13 to’ataman
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinneetti namoonni dhuunfaa sanadootaafi ragaalee sobaa qopheessaa turan 13 to’atamuu Poolisiin Magaalichaa ibse.
Namoota kanneen keessaa 7…
Dubartoota beekumsaa qaban horachuun dhimma dursuu qabudha- Pireezidaant Saahilawarq
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Dubartoota beekumsaa fi ofitti amanamummaa qaban horachuun dhimma dursuu qabudha jedhan Pireezidaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.
Sagantaan leenjii…
Bishooftuutti giddugaalli ga’oomsa anniisaa Yuuroo miiliyoona 10 ijaaramuuf
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Giddugaalli ijaarsa dandeettii seektara anniisaa Yuuroo miiliyoona 10’n Magaalaa Bishooftuutti ijaaramuufi.
Pirojektii sagantaa Humna Elektirikii…
Gochaalee meeshaalee deeggarsaarratti raawwatamu kamuu nan balaaleffadha-Maartiin Giriifsi
Finfinnee, Hagayya 20, 2014 (FBC) – Gochaalee meeshaalee deeggarsaarratti raawwataman kamuu kan balaaleffatan ta’uu Dhabbataa Mootummoota Gamtoomaniitti Qindeessaan Dhimmoota Namoomaa…