Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Egzibiishinii fi baazaariin daldalaa, invastimantii fi faayinaansii Dabra Birhaanitti baname
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Egzibiishinii fi baazaariin daldalaa, invastimanti fi faayinaansii Magaalaa Dabra Birhaanitti baname.
Sirna baniinsa egzibiishinichaarratti Ittaanaan…
Bakki bultii Taabotaa Hurufa Boombii (Jaanmeedaa) qulqulleefame
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC)- Ayyaana Cuuphaa Roobii fi Kamisaa dhufu kabajamu ilaalchisuun bakki bultii Taabotaa Hurufa Boombii (Jaanmeedaa) mata duree “Jaanmeedaa Gamtaan Cuuphaaf”…
Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota kuma 3 ol eebbise
Finfinnee, Amajjii 6, 2015 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture kuma 3 fi 206 ol eebbise.
Barattootni eebbifaman gosa barnoota saayinsii uumamaa,…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 27 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) - Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 27 guyyaa har'aa gara biyyaa deebi'aniiru.
Deebitoota keessaa 942…
Gootota Humna Qilleensaa hojii boonsaa raawwataniif sagantaan beekkamtii fi galateeffannaa…
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) - Gootota Humna Qilleensaa seenaa boonsaa raawwataniif sagantaan beekkamtii fi galateeffannaa magaalaa Bishooftuutti gaggeeffameera.
Hambaan Lafee goota…
Ogeeyyiin Aartii dargaggoota namuusa gaarii qaban horachuu keessatti qooda olaanaa qabu – Obbo…
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC) - Ogeeyyiin Aartii dargaggoota namuusa gaarii qabanii fi aadaa isaanii kabajan horachuu keessatti qooda olaanaa qabaachuu Pireezidaantiin naannoo Somaalee…
Ityoophiyaatti nageenyi mirkanaa’uun ittigaafatamummaa biyyattiin waltajjiiwwan idil addunyaarratti…
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)- Waliigalteen Piriitooriyaa nageenyi Ityoophiyaatti mirkanaa’ee ittigaafatamummaa biyyattiin waltajjiiwwan idil addunyaarratti qabdu akka ba’attu kan ishee…
Ityoophiyaa fi Faransaay waliigalteewwan deeggarsa faayinaansii lama mallatteessan
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa fi Faransaay waliigalteewwan deeggarsaa faayinaansii lama Finfinnee Embaasii Faransaayitti mallatteessaniru.
Deeggarsi faayinaansii jalqabaa…
Ityoophiyaafi Afrikaan Kibbaa dhimmoota Ardichaarratti tumsa isaanii cimsuuf hojjechaa jiru- Amb.…
Finfinnee, Amajjii 5, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Afrikaan Kibbaa dhimmoota dhimmoota waloorra darbee dhimmoota ardichaarratti tumsa isaanii cimsuuf hojjechaa jiraachuu Afrikaa Kibbaatti …
Warshaan Warqee Akooboo ji’a 3 booda hojii eegala jedhame
Finfinnee, Amajjii 5, 2015 (FBC)- Naannoo gambeellaa kan ijaaramaa jiru Warshaan Warqee Akooboo ji’a sadiin booda hojii akka eegalu Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa Uumaan…