Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gaambeellatti balaa Lolaa muudateen lammiileen kumni 74 ol buqqa’an
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Naannoo Gaambeellatti balaa Lolaa muudateen lammiileen kumni 74 ol qa’ee fi qabeenya isaanirraa buqqa’uu Tajaajilli Hoggansa Sodaa Balaa…
Jibuutiirraa Finfinneetti konkolaattota baaburaan geejibsiisuun eegalame
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Waldaan Aksiyoona Geejiba Baaburaa Ityoo-Jibuutii konkolaattota Jibuutiirraa gara Finfinneetti tajaajila geejibsiisuu eegalchiise.
Tajaajilli eegalame…
ABUT saamichi raawwate akka yaaddesseen Ameerikaan ibsite
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Gareen ABUT Maqaleetti kan argamu mankuusaa Sagantaa Nyaataa Addunyaarratti raawwate akka yaaddesseen ibsite.
Waajjirri Dhimma Alaa Ameerikaa ibsa…
BHGO Horsiisee bultoota Godina Harargee Bahaaf deeggarsa midhaan nyaataa taasiise
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa Godina Harargee Bahaatti, horsiisee bultoota Aanaa Mayyuu Mulluqqee hongeen miidhamaniif, midhaan nyaataa kuntaala 800…
Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaadha- Deeviid Baaslee
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Saamichi hidhattoonni garee ABUT raawwatan qaanessaa ta'uu Daayreektarri Olaanaan Sagantaa Nyaataa Addunyaa Deeviid Baaslee ibsaniiru.
Hidhattoonni…
ABUT Kuusaa DhMG Maqaleetti argamu saamuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 19, 2014 (FBC) –Hidhattoonni garee ABUT Kuusaa Maqaleetti argamu saamuu Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiise.
Dubbii Himaan Barreessaa Olaanaa Dhaabbata…
Dhimmi Tigraay furmaata argachuu kan danda’u marii qofaani- Dooktar Abrahaam Balaay
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Dhimmi Tigraay furmaata waaraa argachuu kan danda’u marii karaa nagaa qofaan ta’uu Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam Balaay…
Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaan durfamu hidha haaromsaa daawwate
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaafi Gorsaa Olaanaa Duula Addaa Pireezidaant Yuweerii Muuseveenii Letenaal Jeneraal Muuhoozii…
Pireezdaant Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddar Biraaziiliif gaggeessaa taasisan
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddar Biraaziil yeroo turtii isaanii xumuran Luwiiz Eeduu’ardoo Dee Aji’ar Viilaariinihoo Peediroosiif…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 26 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 26 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 845 dhiirota, 153…