Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Duulli Hojii Misooma Sululaa Godinaalee Oromiyaa adda addaatti eegalame
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Godina Harargee Lixaa fi Jimmaatti Duulli Hojii Misooma Sululaa bara kanaa eegalameera.
Godina harargee Lixaa Aanaa horsiisee bulaa Gumbii-Bordoddeetti…
Ityoophiyaafi Soomaaliyaan hariiroo tuurizimii, daldalaafi geejjibaa isaanii cimsuuf waliigalan
Amajjii 2, 2015(FBC)- Ityoophiyaafi Soomaaliyaan waliigaltee hariiroo tuurizimii, daldalaafi geejjibaa isaanii cimsuu dandeessisu waliif mallatteessuu ibsame.
Abbaan Taayitaa Siiviil…
Obbo Dammaqaa Makonnin gitasaanii Chaayinaa waliin mari’atan
Amajjii 2, 2015(FBC)- Ittaanaan Muummee Ministiraafi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa Chiin Gaang waliin mari’atan.…
Harki eebbifame mul’ata ifaa fi gochaa qabatamaa ta’een diinagdee ceesisa – Pireezidaanti Shimallis
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Harki eebbifame mul’ata ifaa fi gochaa qabatamaa ta’een diinagdee ceesisa jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Dhaloota…
Liigiin Musiliimaa Idil Addunyaa Paatiriyaarkii Mana Amantaa Ortodoksii waliin mari’ate
Amajjii 2, 2015(FBC)- Liigiin Musiliimaa Idil Addunyaa Ityoophiyaatti iddoolee miidhaman deebisanii dhaabuuf Paatiriyaarkii Mana Amantaa Ortodoksii waliin mari’ateera.
Jilli Liigii…
MM Abiy Ahimad Ministira Alaa Chaayinaa waliin mari’atan
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ministira Ministeera Dhimmaa Alaa Chaayinaa Chiin Gaang waliin mari’atniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahmad…
Faanaa Broodkaastiing Korporeetiifi Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa waliigaltee waliif…
Amajjii 2, 2015(FBC)- Faanaa Broodkaastiing Korporeetiifi Ministeerri Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa haala waliin hojjechuu danda’anirratti waliigaltee waliif mallatteessan.…
Waggoottan 3’n darban hawaasaa Diyaaspoorarraa Doolaarri biiliyoonii 14 argame – TDI
Finfinnee, Amajjii 2, 2015 (FBC) – Waggoottan 3’n darban hawaasaa Diyaaspoorarraa Doolaarri biiliyoonni 14 argamuu Tajaajilli Diyaaspooraa Ityoophiyaa beeksise.
Tajaajilichi, Amajjii 18,…
Jilli Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun durfamu gara Maqaleetti imale
Amajjii 2, 2015(FBC)- Jilli Pireezidaantii Federeeshinii Atileetiksii Ityoophiyaa Gargaartuu Komishinaraa Daraartuu Tulluun durfamu gara Maqaleetti imaluu ibsame.
Kaayyoon imala jilichaa…
Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa daawwannaa hojiif Finfinnee galan
Amajjii 2, 2015(FBC)- Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Chaayinaa daawwannaa Afrikaatti taasisan Ityoophiyaarraa eegaluun guyyaa har’aa Finfinnee galaniiru.
Dhiyeenya Ministira Ministeera…