Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dhaabbileen Turki misooma Invastimantii Itiyoophiyaarratti bobba’auuf fedhii qabaachuu ibsan
Finfinnee, Ebla 2, 2017 (FMC) – Dhaabbileen Turki filannoowwan misooma Invastimantii Itiyoophiyaarratti bobba’uuuf fedhii qabaachuu ibsaniiru.
Turkitti Ambaasaaddarri Itiyoophiyaa Adam…
Nageenya Daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutirratti hawaasa naannawichaa waliin mariin gaggeeffame
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Ministirri Ministeera Geejjibaa fi Loojistiksii Dooktar Alamuu Simeen Naannoo Afaar Awaash 7 tti argamuun nageenya daandii Baaburaa Itiyoo-Jibuutirratti…
BBO fi Yuunivarsiitiin Finfinnee waliin hojjechuuf waliigalan
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Biiroon Barnootaa Oromiyaa fi Yunivarsiitiin Finfinnee Waliigaltee Atooma hojii Waliif mallatteessaniiru.
Waliigalticha Hogganaan Biiroo Barnootaa…
Hawaasni waajjira gandaarraa tajaajila gahaa akka argatuuf Mootummaan cimsee hojjechaa jira -Obbo…
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) - Hawaasni waajjira gandaarraa tajaajila gahaa akka argatuuf Mootummaan cimsee hojjechaa jira jedhan Itti Gaafatamaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa Damee…
Mootummaan indaastiriiwwan oomisha alaa galan biyya keessatti oomishaniif deeggarsa taasisu cimsee…
Finfinnee, Eebila 1, 2017(FMC)- Mootummaan indaastiriiwwan oomisha alaa galan biyya keessatti oomishaniif deeggarsa taasisu cimsee kan itti fufu ta’uu Ministirri Ministeera Indaastirii…
Ministeerichi hojiirra oolmaa Sagantaa fooyya’iinsa diinagdee gooroof itti gaafatamummaa isaa…
Finfinnee, Eebila 1, 2017(FMC)- Ministeerri Maallaqaa hojiirra oolmaa sagantaa fooyya’iinsa diinagdee gooroof itti gaafatamummaa isaa haalaan bahachaa jiraachuu obbo Ahimad Shideen ibsan.…
Ibsa Mana Maree Nageenyaa Biyyaalessaarraa kenname
Finfinnee, Eebila 1, 2017(FMC)- Manni Maree Nageenyaa Biyyalessaa guyyaa har’aa dhimmoota biyyaalessaa, naannawaafi idil-addunyaa gamaaggamuun ibsa kenneera.
Itiyoophiyaa baroottaniif…
Pireezidaanti Taayyeen Dura Taa’aa Komishinii Gamtaa Afrikaa waliin mari’atan
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Pireezidaantiin FDRI Taayyee Atsiqasillaaseen Dura Taa'aa Komishinii Gamtaa Afrikaa Mahaammad Alii Yusuuf waliin mari'ataniiru.
Nagaa fi tasgabbii waaraa…
Hoggantootaa fi Ogeeyyii beekumsa gahaa qaban horachuuf hojiin jajjabeessaan hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Hoggantootaa fi Ogeeyyii beekumsa gahaa qaban horachuuf hojiin jajjabeessaan hojjetamaa jira jedhan Itti Gaafatamaan Damee Hariiroo Ummataa fi Idil Addunyaa…
Naannoon Amaaraa Konfiraansii nageenyaa itti aanuu akka qopheessu filatame
Finfinnee, Ebla 1 , 2017 (FMC) – Naannoon Amaaraa Konfiraansii Nageenyaa bara dhufuu akka qopheessu filatameera.
Konfiraansiin Nageenyaa guyyoottan lamaaf Naannoo Oromiyaa magaalaa…