Browsing Category
Oduu biyya keessaa
ABUT marsaa 3ffaa dibbee waraanaa rukutaa jira-TKM
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Gareen shororkeessaa ABUT Deeggartoota isaa of faana hiriirsuun haldureewwan garaagaraa tarreessuun marsaa 3ffaa dibbee waraanaa rukutaa jiraachuu…
Biyyoonni sanada waliigaltee Naayiil hinraggaasisne akka raggaasisan waamichi dhiyaate
Finfinnee, Hagayya 14, 2014(FBC)- Sanda waliigaltee fayyadamummaa waloo biyyoonni miseensota yaa’a Laga Naayila raggaasisan biyyoonni hinraggaasisin jiran akka raggaasisan Ityoophiyaa fi…
Nageellee Arsiitti tajaajilli baqaqsani yaaluu moora ijaa bilisaan kennamaa jira
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Nageellee Arsiitti tajaajilli baqaqsani yaaluu moora ijaa namoota kuma 2f bilisaan kennamaa jiraachuu.
Duula tajaajiila tola oltummaa baqaqsani yaaluu…
Bishooftuutti deeggarsa Hidhaa Haaromsaaf Birrii miiliyoonni 22 ol walitti qabame
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Bishooftuutti deeggrsaa Hidhaa Guddicha Haaromsaaf Ityoophiyaaf Birrii miiliyoonni 22 fi 962 ol walitti qabamuu Bulchiinsi magaalichaa beeksise.…
Mootummaan Naannoo Oromiyaa bu’aa ba’iiwwan mudataniif harka osoo hinlaatiin injifannoo seenaan…
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) –Mootummaan Naannoo Oromiyaa bu’aa ba’iiwwan mudataniif harka osoo hin laatiin injifannoo seenaan yaadatu hedduu galmeessaa har’a ga’e - BKMNO
Naannoo…
Siimkaardiwwan hojii seeraan alaaf oolaa ture kumni 7 ol to’atame
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Magaalaa Jimmaatti Siimkaardiwwan hojii seeraan alaaf oolaa ture kumni 7 fi 577 to’atameera.
Bulchiinsa magaalaa Jimmaa Ganda Ginjootti siimkaardiwwan…
Guyyaan Sabaaf sablammootaa 17ffaan mata duree ‘tokkummaa sabdaneessaa nageenya waaraaf’ jedhuun…
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Guyyaan Sabaaf sablammoota Ityoophiyaa 17ffaan mata duree ‘tokkummaa sabdaneessaa nageenya waaraaf’ jedhuun kan kabajamu ta’uu Manni Maree…
Oromiyaatti galmeen barattootaa Hagayya 23/2014 eegala-BBO
Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Galmeen barattoota manneen barnootaa naannoo Oromiyaa Hagayya 23/2014 kan eegalu ta’uu Biiroon Barnootaa Oromiyaa beeksise.
Hogganaan biirichaa Dooktar…
Manni Maree Ministeerotaa murtoowwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Manni Maree Ministeerotaa Walga’ii idilee 12ffaa har’a gaggeesseen murtoowwan garaagaraa dabarseera.
Haaluma kanaan hariiroo omishtootaa fi omishistota…
Rakkoo balallii Kaartuum- Finfinneerratti mudate qorachaan jira- Daandii qilleensichaa
Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Daandiin Qilleensa Ityoophiyaa rakkoo balallii xiyyaara imaltootaa Kaartuum-Finfinnee balali’aa turerratti mudate ilaalchisee qorannoo taasisaa jiraachuu…