Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Pireezidaantonni naannolee Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Pireezidaantonni naannolee garaagaraa Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Ittaanaan Pireezidaantii Naannoo…
MM Abiy Ahimad Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Qillee bara 2015 sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Hordoftoota amantaa kiristaanaa…
Afyaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurrahmaan erga baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2015 (FBC)- Afyaa’ii Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Ayyaana Dhalachuu Yesuus Kiristoos ilaalchisuun ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Ayyaannichi,…
Finfinneetti Ayyaana Qillee sababeeffachuun duulli qulqullinaa gaggeeffame
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)-Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebee Ayyaana Qillee sababeeffachuun duulaan Mana Qopheessaa Fuuldara qulqulleessan.
Duulli…
Obbo Shimallis Abdiisaan Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsan
Finfinnee, Mudde 28, 2015(FBC)-Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa Ayyaana Qillee sababeeffachuun ergaa baga ittiin isin gahee dabarsaniiru.
Dhalachuu…
Oromiyaatti Qamadiin Jallisii Boneen lafa hektaara miiliyoona 1 ol irratti misoome –…
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) - Naannoo Oromiyaatti Qamadiin Jallisii Boneen lafa hektaara miiliyoona 1 ol irratti misoomuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis Abdiisan ibsan.…
Ayyaanni Qillee sodaa nageenyaa malee nagaan akka kabajamu qophii ga’aan taasiifame –…
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) - Ayyaanni Qillee fi Cuuphaa yaaddoo nageenyaa malee nagaan akka kabajamu qophii ga'aan taasiifamuu Humni Waloo nageenyaa fi Tikaa ibseera.
Humni Waloo…
Marii injifannoowwan waloon galmaa’an cimsuu dandeessisu taasisuu hoggantoonni Waajjiraalee Paartii…
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Marii injifannoowwan waloon galmaa’an cimsuu dandeessisu taasisuu hoggantoonni Waajjiraalee Paartii Badhaadhinaa Oromiyaafi Amhaaraa ibsaniiru.…
Boordichi murtoo uummataa godinaaleefi aanaalee addaa naannoo Uummattoota Kibbaatti gaggeessuuf…
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Boordiin Filannoo Biyyaalessa murtoo uummataa godinaalee 6 fi aanaalee addaa 5 naannoo Uummattoota Kibbaa jala jiranitti gaggeessuuf galmee filattootaa…
Pireezidaanti Saahilawarqi Kubbaa Miilaan kennaa addaa kan qabu Daagimaawii Teediroos jajjabeessan
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen Kubbaa Miilaan kennaa addaa kan qabu Daagimaawii Teediroos fi Abbaa Isaa Teediroos Baacaa waajjira isaanitti…