Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qabeenyaalee bishaanii eeguu fi fayyadamuun guddina Ityoophiyaaf murteessaadha jedhame
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Ityoophiyaa keessatti kan argaman qabeenyaalee bishaanii daangaa ce’oo ga’umsaan eeguu fi fayyadamuun guddina hawaasummaa fi diinagdee ummattoota biyyattiif…
Ayyaanni Qillee nagaan akka kabajamu qophii barbaachisaa taasisuu Polisiin beeksise
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)-Ayyaanni Qillee nagaan akka kabajamu qophii barbaachisaa taasisuu Komishiniin Polisii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Ayyaana Qillee Sanbata dhufu kabajamu…
Lammiileen kumni 1 fi 314 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Lammiileen Ityoophiyaa Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 314 har'a gara biyyaatti deebi’aniiru.
Lammiilee deebi’aniif deeggarsii…
Ayyaanatti addaan ciccitiinsi elektirikii fi rakkoon bishaanii akka hinmudanneef koreen qindaa’e…
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Bulchiinsa Magaalaa Finfinneetti Ayyaana Qilleen walqabatee Addaan ciccittiinsi humna elektirikii fi rakkoon bishaanii akka hinmudanne koreen qindaa’aan…
Somaaliyaan Ityoophiyaa waliin hariiroo michummaa tarsiimawaa qabdu cimsitee itti…
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Somaaliyaan Ityoophiyaa waliin hariiroo michummaa tarsiimawaa qabdu cimsitee itti fufti jechuun Pireezidaantiin Somaaliyaa Hasan Sheek Maahmuud ibsan.…
Godinichatti galteewwan kunuunsa qamadii Birrii miiliyoona 121 olii dhiyaachaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Waajjiiri Qonnaa Godina Arsii Lixaa galteewwan kunuunsa qamadii jalliisii boneef oolaan Birrii miiliyoona 121 olii dhiyeessuun kunuunsi taasifamaa jiraachuu…
Oromiyaatti ji’oottan 6’n darban lammiilee miiliyoona 4.1 oliif deeggarsi taasifame-Obbo Musxafaa…
Finfinnee, Mudde 26, 2015(FBC)- Oromiyaatti ji’oottan 6’n darban lammiilee miiliyoona 4.1 ol balaa uumamaa fi namtolcheef saaxilamaniif deeggarsi taasifamuu Hogganaan Buusaa Gonofaa Oromiyaa…
Ayyaana Qillee sababeeffachuun guyyaa boruu lammiilee harka qalleeyyii kuma 85 oliif deeggarsi ni…
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC) – Ayyaana Qillee sababeeffachuun guyyaa boruu lammiilee harka qalleeyyii kuma 85 oliif deeggarsi garaagaraa kan taasiifamu ta’uu Bulchiinsi magaalaa Finfinnee…
Yaa’iin idilee 1ffaa Liigii Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa xumurame
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Magaalaa Adaamaatti gaggeeffamaa kan ture yaa’iin idilee1ffaa Liigii Dargaggoota Paartii Badhaadhinaa har’a xumurameera.
Yaa’ichi mata duree “Dargaggoo…
Yuunivarsiitiiwwan garaagaraatti mariin hayyoota gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Mata duree “Gahee hayyootaa ijaarsa biyyaaf” jedhuun yuunivarsitiiwwan garaagaraatti mariin hayyootaa gaggeeffamaa jira.
Haalumaa kanaan mariin kun…