Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kaadhimamtoonni xumuraa hoggansa Federeeshinii kubbaa Miilaa ifooman
Finfinnee, Hagayya 13, 2014 (FBC) – Koree raawwachiiftuu filannoon erga ilaallamee booda Kaadhimamtoonni xumuraa hoggansa Federeeshinii Kubbaa Miilaa fi Koreen Hojii raawwachiiftuu…
Poolisiin Federaalaa marii biyyaalessaa gaggeessa jira
Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- Poolisiin Federaalaa koomishinarroota naannolee fi bulchiinsa magaalotaa kan hirmaachise marii biyyaalessa gaggeessaa jira.
Marii kanarratti…
Magaalichatti piroojektoonni Birrii miiliyoona 845 oliin ijaaraman eebbisiifamaa jiru
Finfinnee, Hagayya 13, 2014(FBC)- kantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen kutaa magaalaa Qiirqoositti Piroojektoota Birrii miiliyoona dhibba 8 fi miiliyoona 45 oliin ijaaraman…
Walga’iin Mana Maree Ministiroota Yaa’a Laga Naayil biyyoota Baha Afrikaa gaggeeffamaa…
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC) – Walga'iin Mana Maree Ministiroota Yaa'a Laga Naayil biyyoota Baha Afrikaa 34ffaan Taanzaaniyaa Daaree Salaamitti gaggeeffamaa jira
Walga'icharratti…
Magaalaa Walisootti rasaasni kuma 3 fi 331 to’atame
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Kibba Lixaa magaalaa Walisootti, rasaasni seeran ala dadabarfamaa ture kumni 3fi 331 kaartaa Isnaapeerii waliin to’atame.
Meeshaaleen…
Daangaan Magaalaa Finfinneefi GAONF fayyadamummaa waloof bu’uura kaa’a- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Daangaan Magaalaa Finfinneefi Godina Addaa Oromiyaa Naannawaa Finfinnee fayyadamummaa waloof bu’uura gaarii kan kaa’u ta’uu Pireezidaantii naannoo Oromiyaa…
Waldhabdee Kaabaa furuuf yaadni ragga’e murannoo mootummaa kan mirkaneessudha- Billanee Siyyuum
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Waldhabdee Kaaba biyyattii furuuf yaadni murtoo ragga’e murannoo mootummaan filannoo nageenyaaf qaba kan mirkaneessu ta’uu Itti gaafatamtuun…
Hojiin suphaa “Istiiliing Beezii” buufata maddisiisa anniisaa Qooqaa xumurame
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Hojiin suphaa “Istiiliing Beezii” buufata maddisiisa anniisaa Qooqaa Birrii miiliyoona 20 hojjetame xumuramuu ibsameera.
Bakki bishaan gama dhabamsiisa…
Waltajjiin hojiilee daddabarsa namootaa ittisuu irratti hojjetaman gamaaggamu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Hagayya 12, 2014 (FBC)- Waltajjiin hojiilee daddabarsa namootaa ittisuu irratti hojjetaman gamaaggamu gaggeeffamaa jira.
Waltajjichaan namootaan daldaluu, seeraan ala nama…