Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Biirichi hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf bittaa boondiin Birrii miiliyoona 39 ol walitti qabe
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Biiroon Dhimma Dubartootaafi Daa’immanii Oromiyaa dubartoota hirmaachisuun hidha Guddicha Haaromsa Ityoophiyaaf bittaa boondiin Birrii miiliyoona 39fi kuma…
Magaalaan Shaggar Giddugala diinagdee ta’uun fayyadamummaa hawaasaa mirkaneessuu keessatti…
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Magaalaan Shaggar, magaalaa giddugala diinagdee, induustirii fi misoomaa taa’uu ibsameera.
Magaalota misoomni ariifataan keessatti mirkanaa’e akkasumas…
Oromiyaatti Eegumsa Hawaasummaa cimsuun hawaasa harka qalleeyyii waaraan dhaabuuf hojjetamaa…
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti Eegumsa Hawaasummaa cimsuun hawaasa harka qalleeyyii waaraan dhaabuuf hojjetamaa jiraachuu Biiroon Dhimma Hojjetaa fi Hawaasummaa…
Obbo Musxafee Mahaammad jiraattota aanaa kibba Jigjigaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jiraattota aanaa kibba Jigjigaa waliin mari’ataniiru.
Pireezidaantiin naannoo Somaalee obbo…
Aadde Adaanach Abeebeen gamoo abbaa darbii 3 namoota harka qalleeyyii 21’f dabarsan
Finfinnee Mudde ,27 (FBC)- Kantiibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebeen gamoo abbaa darbii 3 namoota harka qalleeyyii 21’f ta’u dabarsanii kennaniiru.
Dabalataanis namoota harka…
Oromiyaatti oomishni qonna gannaa % 82 walitti qabameera- BQO
Finfinnee Mudde ,27 (FBC)- Oromiyaatti oomishni qonna gannaa % 82 walitti qabamuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise.
Naannichatti hojii sassaabbii oomishaa hanga ammaatti hojjetameen…
Meeshaaleen nyaataa fi nyaataan alaa meetirik tooniin kumni 135 ol gara naannoo Tigraayitti ergamuu…
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Meeshaaleen nyaataa fi nyaataan alaa meetirik tooniin kumni 135 olii fi Boba’aan Liitirri kumni 879 ol gara naannoo Tigraayitti ergamuu Komishiniin Hoggansa…
Dhaabbatichi hojiirra oolmaa bulchiinsa gaarii qaamolee raawwachiistotaa mootummaa hordofuuf qophii…
Finfinnee Mudde ,27 (FBC)- Dhaabbanni Abbaa Gaar Uummataa Ityoophiyaa hojii hojiirra oolmaa bulchiinsa gaarii qaamolee raawwachiistotaa mootummaa hordofuuf qophii ta’uu beeksiseera.
Hojii…
Aadde Adaanach ijaarsa warshaa Oomisha Buddeenaaf Lammii Kuraatti dhagaa bu’uuraa kaa’an
Finfinnee, Mudde 27, 2015 (FBC) – Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen warshaa Oomisha Buddeenaa Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti ijaarramuuf dhagaa bu’uuraa kaa’aniiru.…
Buusaa Gonofaan ji’oottaan 6‘n darbanitti miseensoota miiliyoona 5.1 horachu ibse
Finfinnee Mudde ,27 (FBC)_ Dhaabbanni Buusaa Gonofaa Oromiyaa ji’oottaan 6‘n darbanitti miseensoota miiliyoona 5.1 horachuu ibseera.
Dhaabbatichi miseensota miiliyoona 6.1 horaachuuf…