Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaatti hoggantoonni Waldaa Qaxxaamura Diimaa Maqalee galan
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC) –Jilli Ityoophiyaatti Hoggantoota Waldaa Qaxxamura Diimaa Pireezidaantii waldichaan durfamu magaalaa Maqalee galeera.
Jilli Obbo Abarraa Tolaan durfamu kun…
Terminaalli 1ffaan Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)-Hojiin fooyyessaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee Terminaala 1ffaa xumuramuun tajaajilaaf banaa ta’uun eerame.
Ijaarsi terminaala imaltoota…
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad indaastirii Horaa daawwatan
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad indaastirii Horaa daawwataniiru.
Muummeen Ministiraa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka jedhanitti, guyyaa…
Ityoophiyaan haa oomishtuurratti hirmaadhaa-MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)- Muummeen Ministiraa FDRI sagantaa Ityoophiyaan haa oomshturratti hirmaadhaa jechuun waamicha dhiyeessan.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad ergaa gama…
Piroojektiin ijaarsa nageenyaa naannawaa Ollaa Oromiyaa fi Beenishaanguul Gumuz irratti hojjetu…
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC) – Piroojektiin naannawaa Ollaa Oromiyaa fi Beenishaanguul Gumuzitti ijaarsa nageenyaa fi walitti bu’iinsaaf deebii laachuurratti hojjetu ifoomeera.…
Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa maashinoota haamee calleessu 9 maamiltootaaf dabarse
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC)-Baankiin Misoomaa Ityoophiyaa deeggarsa maallaqaa Baankii Misoomaa Jarmanirraa argameen maashinoota haamee calleessu sagal liizii faayinaansiin maamiltootaaf…
Hawaasni ayyaanoota wayita kabajan Balaa tasaa fi Ibiddaaf of eeggannoo akka taasiisan komishinichi…
Finfinnee, Mudde 26, 2015 (FBC) – Hawaasni ayyaanoota Qillee fi Cuuphaa wayita kabajan Balaa Tasaa fi Ibiddaaf of eeggannoo taasiisuu akka qaban Komishiniiin Hoggansa Balaa fi Ibiddaa…
Hoggantoota tasgabbii Naannoo Tigraayiif gumaachaaniif beekamtiin kenname
Finfinnee, Mudde 26 , 2015 (FBC)- Hoggantoota tasgabbii fi deebisanii dandamachiisuu Naannoo Tigraayii keessatti gumaacha taasisaniif beekamtiin kenname.
Waltajjiin beekamtii kun mata…
Naannoo Tigraayitti hospitaalota 8 dabalatee buufataaleen fayyaa 26 tajaajila kennuu eegaluu ibsame
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)- Naannoo Tigraayitti hospitaalota 8 dabalatee buufataaleen fayyaa 26 tajaajila bu’uuraa kennuu eegaluu ibsame.
Dhaabbilen fayyaa tajaajila eegalan kunneen…
Ministeerichi eeyyama faddaaltota kuma 8fi 517 haquu beeksise
Finfinnee, Mudde 25, 2015(FBC)-Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa eeyyama faddaaltota kuma 8 fi 517 haquu beeksiseera.
Faddaaltonni kunneen hojii faddaalummaa midhaanii,…