Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Naqamteetti Zayitiin Liitirri kumni dhibbi 1 fi kumni 61 ol fayyadamtootaaf kennamaa jira
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Naqamteetti Komii dhiyeessii gama Zayitiin jiru hiikuuf Zayitiin Liitirri kumni dhibbi 1 fi kumni 61 fi 289 fayyadamtootaaf kennamaa…
Barattoonni kutaa 12ffaa waraanaa fi walitti bu’iinsa keessatti qormaata fudhatan jechuun adda…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Barattoonni kutaa 12ffaa waraanaa fi walitti bu’iinsa keessatti qormaata fudhatan jechuun adda baafamanii fi qabxii seensa Yuunvarsiitii hin fidiin hafan…
Lammiileen 702 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Guyyaa har’aa balallii marsaa lamaan lammiileen 702 Saa'ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi'aniiru.
Balallii marsaa jalqabaatiin lammiileen 348, marsaa…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu Ameerikaa Waashingitan DC galeera
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu Ameerikaa Waashingitan DC galeera.
Jilli kun walga’ii waggaa Baankii…
Nageenya mirkaneessuuf hirmaannaan ummataa murteessadha – Dooktar Qana’aa Yaadataa
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Nageenya waaraan mirkaneessuuf hirmaannaan ummataa murteessaa ta’uu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaa fi Nageenyaa Magaalaa Finfinnee Dooktar…
Daawwannaan imaammataa fi tarsiimoo hunda galeessa diinagdee addaa Ityoophiyaan qopheessituuf …
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Daawwannaan imaammataa fi tarsiimoo diinagdee addaa Ityoophiyaan qopheessituuf galtee ta’u Turkitti taasifamuu ibsame.
Jilli miseensota Komishinii…
Horsiisee bultoota aanaa Madda Walaabuutiif deeggarsi marga loonii hidhaan kumni 2 taasifame
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Proojektiin "Africa Rising" horsiisee bultoota Aanaa Madda Walaabuutiif deeggarsa marga loonii hidhaa kuma 2 taasiseera.
Proojektichatti qindeessaan…
Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa yuunvarsiitiiwwanii fi kolleejjota waliin…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC) – Biiroon Carraa Hojii Uumuu fi Ogummaa Oromiyaa yuunvarsiitiiwwanii fi kolleejjota waliin mari'ataa jiraachuu ibsame.
Biirichi dandeettii carraa hojii…
Godina Booranaatti balaa tiraafikaa qaqqaabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 41 irra miidhaan…
Finfinnee, Eebila 10, 2014 (FBC)- Godina Booranaatti konkolaataa deddeebisa uummataarratti balaa tiraafikaa qaqqaabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota 41 irra miidhaan qaama ga’eera.…
Magaalaa Mattuutti namoota harka qalleeyii waliin sagantaan Ifxaaraa gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 9, 2014 (FBC) – Hawaasni Muslimaa Bulchinsa Magaalaa Mattuu sooma Ramadaanaa sababeefachuun namoota harka qalleeyii waliin sagantaa Ifxaaraa gaggeessaniiru.
Hordoftoonni…