Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Kookeeniin dhoksaan gara Humaraa imalaa ture to’atame
Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Qorichi sammuu namaa adoochu Kookeenii jedhame bifa Kiniinii fi daakuun qophaa'ee geejjiba ummataan Finfinnee gara Humaraa imalaa ture 108 to'atameera.…
Aadde Adaanachi Piroojektoota garaagaaraa hojjetamaa jiran daawwatan
Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Piroojektoota garaagaaraa hojjetamaa jiran daawwataniiru.
Aadde Adaanach, Piroojektoota dhimmoota…
Pireezidaanti Saahilawarqi hawaasa idil addunyaa bara haaraa kabajaniif ergaa baga geessanii…
Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen hawaasa idil addunyaa bara haaraa kabajaniif ergaa baga geessanii dabarsaniiru.
Hawaasni kutaalee addunyaa…
Paartiin Badhaadhinaa mirgaa fi fayyadamummaa dargaagootaaf xiyyeeffaannoon hojjeta – Obbo…
Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Paartiin Badhaadhinaa mirgaa fi fayyadamummaa dargaagootaa kabachiisuuf xiyyeeffaannoon kan hojjetu ta'uu Dursaa Itti Aanaan Pireezidaantii Paartichaa Obbo…
MM Abiy Ahimad bara haaraa sababeeffachuun hawaasa idil addunyaaf ergaa baga geessanii dabarsan
Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad bara haaraa 2023 sababeeffachuun hawaasa idil addunyaaf ergaa hawwii gaarii dabarsaniiru.
Barri haaraan kun hawaasa…
Liigiin Dargaggootaa Paartii Badhaadhinaa yaa’ii idilee 1ffaa Magaalaa Adaamaatti eegale
Finfinnee, Mudde 23, 2015 (FBC) - Liigiin dargaggoota paartii badhaadhinaa yaa'ii isaa 1ffaa bakka miseensotni liigichaa 1200 ol argamanitti Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti eegaleera.…
Pireezidaanti Saahilawarqi du’aan boqochuu Beeneediikti 16ffaaf gaddi itti dhaga’amuu…
Finfinnee, Mudde 22, 2015 (FBC) - Pireezidaantiin FDRI Saahilawarqi Zawdeen boqochuu Phaaphaasii Waliigalaa duraanii mana amanataa Kaatoolikii Beeneediikti 16ffaaf gaddi itti dhaga'amuu…
Jilli Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Aanaa Heeban Arsiitti kilaastera misooma Avookaadoo daawwate
Finfinnee, Mudde 22, 2015 (FBC) - Jilli hogganaa Biirroo Qonnaa Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun durfamu Godina Arsii Lixaa Aanaa Heeban Arsiitti Kilaastera misooma Avookaadoo daawwateera..…
Aanaa Faagitaa Lakoomaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbe
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Bulchiinsa Godina Saba Awwii Aanaa Faagitaa Lakoomaatti balaa tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 3 darbuu ibsame.
Balichi guyyaa har’aa gana naannoo…
Qorannoo Maaster Pilaanii zoonii indaastirii magaalota shanii irratti mari’atame
Finfinnee, Mudde 22, 2015(FBC)- Qorannoo Master Pilaanii zoonii indaastirii magaalota shanii Biiroon Investimentiifi Indaastirii Oromiyaafi Yuunivarsiitiin Saayinsiifi Teeknooloojii Adaamaa…