Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qamadii alatti akka erginu shakkii hin qabnu- Obbo Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 21, 2015(FBC)- Qamadii alatti akka erginu shakkii hin qabnu jedhan Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
Oomisha qonna gannaarraa oomishni qamadii…
Ayyaana Qilleef rakkoon dhiyeessii Oomishaalee akka hin mudanne hojjetamaa jira – BDO
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC) - Ayyaana Qilleetti rakkoon dhiyeessii Oomishalee akka hin mudanne hojjechaa jiraachuu Biiroon Daldalaa Oromiyaa beeksiseera.
Ayyaana Qilleetti rakkoon…
Ministeerichi baatii Amajjii irraa eegalee hanqinni dhiyeessii Sukkaaraa kan furamu ta’uu ibse
Finfinnee, Mudde 21, 2015(FBC)- Baatii Amajjii dhufu irraa eegalee hanqinni dhiyeessii Sukkaaraa kan furamu ta’uu Ministeerri Daldalaafi Walitti Hidhamiinsi Naannawaa beeksise.…
Qormaanni kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan nagaan xumurame
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC)- Qormaanni kutaa 12ffaa marsaa 2ffaan nagaan xumuramuu Tajaajilli Qormaataa fi Madaallii Barnootaa beeksise.
Tajaajilichi akka beeksisetti qormaanni kutaa…
Zayitiin nyaataa liitirri miiliyoonni 30 ol hawaasaaf raabsamaa jira jedhame
Finfinnee, Mudde 21, 2015(FBC)- Deeggarsa sharafa alaa mootummaan Zayitiin nyaataa liitirri miiliyoonni 30 fi kumni dhibbi 3 ol hawaasaaf raabsamaa jiraachuu Ministeerri Daldalaafi Walitti…
Kutaa Kaabaatti lammiileef deeggarsi namoomaa marsaa 2ffaan dhiyaachaa jira-Koomishinicha
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC)- Kutaa Kaabaa biyyattiitti lammiilee walitti bu’iinsaan midhamaniif deeggarsi namoomaa marsaa 2ffaan dhiyaachaa jiraachuu Koomishiniin Hoggansa Soda Balaa…
Garee ergama waliigaltee nageenyaa to’atu, mirkaneessuu fi kabachiisu hundaa’u isaa ni dinqisiifanna…
Finfinnee, Mudde 21, 2015(FBC)- Gareen ergama waliigaltee nageenyaa to’atu, mirkaneessuu fi kabachiisu hundaa’uun nagenya uummata kaaba Ityoophiyaa mirkaneessuuf tarkaanfii barbaachisaa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 20 ol gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Mudde 21, 2015 (FBC)- Sadaasa 12, bara 2015 irraa eegalee hojii lammiilee gara biyyaatti deebisuu gaggeeffameen hanga ammaatti eegalee lammiileen Ityoophiyaa kumni 20 ol gara…
Doolaarri seeraan ala socho’aa ture kumni 248 fi 300 to’atame
Finfinnee, Mudde 20, 2015 (FBC) - Doolaarri seeraan ala konkolaataa mana tokko keessa dhofkamuun socho'aa ture kumni 248 fi 300 to'atameera.
Maallaqni kun Finfinnee ka'uun karaa Harargee…
Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoo misoomaa jallisii Bonaa eegalchiisan
Finfinnee, Mudde 20, 2015(FBC)- Pireezidaantiin Naannoo Sidaamaa Obbo Dastaa Leeddamoo misoomaa jallisii Bonaa aanaa Hawaasaatti eegalchiisaniiru.
Obbo Dastaan saganticharratti akka…