Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Paartii Badhaadhinaa Koonfiraansii Kongirasii Biyyaalessaa Afrikaa Kibbaarratti hirmaachaa…
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Jilli Miseensota Paartii Badhaadhinaa Koonfiraansii Kongirasii Biyyaalessaa Afrikaa Kibbaa 55ffaarratti hirmaachaa jira.
Paartileen lamaan hariiroo…
Milkaa’inni waliin ga’iinsaa fi hirmaannaa barnootaan mul’ate qulqullina barnootaa…
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Waggootii lamaan darban milkaa'inni gama waliin ga’iinsaa fi hirmaannaa barnootaan mul'ate qulqullina barnootaa mirkaneessuun dabalamuu qaba jedhan…
Zaambiyaatti lubbuun lammiilee Ityoophiyaa 27 darbuu gareen qulqulleessu gara Zaambiyaatti qajeele
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Ministeerri Dhimma Alaa Zaambiyaa naannawaa Lusaakaatti lammiilee Ityoophiyaa ta’uu kan shakkaman lubbuun namoota 27 darbuu hordofee taatecha gareen…
Qabeenya socho’aa wabiin qabsiisuun baankileerraa liqeeffachuun yeroo gabaabaa keessatti akka eegalu…
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Sirni qabeenya socho’aa wabiin qabsiisuun baankileerraa liqeeffachuu yeroo gabaabaa keessatti akka eegalu Baankiin Biyyaalessaa Ityoophiyaa beeksise.…
Yaa’iin Barnootaa Naannoo Oromiyaa 25ffaa Adaamaatti eegalame
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)- Yaa'iin Barnootaa Naannoo Oromiyaa 25ffaa Magaalaa Adaamaa Galma Abbaa Gadaatti gaggeeffamuu eegale.
Yaa’ichi bakka Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa,…
Oromiyaatti hojiirra oolaa kan jiru sosochiin misooma Bunaa sadarkaa olaanaatti ce’aa jira-…
Finfinnee, Mudde 9, 2015 (FBC)-Naannoo Oromiyaatti hojiirra oolaa kan jiru sosochiin misooma Bunaa damicha sadarkaa olaanaatti cesisaa jiraachuu Pireezidaantiin naannichaa Obbo Shimallis…
Aadde Adaanach barsiisota bulchiinsa magaalichaa waliin mari’atan
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) - Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen barsiisota manneen barnootaa magaalichaa keessa walitti babba'an waliin mari'ataniiru.
Itti…
Nageenyi ummata Maqalee eegamuu qaba – TKM
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) - Nageenyi ummata Maqalee eegamuu akka qabu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa ibse.
Mootummaan Ityoophiyaa nageenyi Ummataa fi biyyaa eeguuf jecha…
Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti Qonni Misooma Jallisii Bonee eegalame
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) - Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaatti Qamadii Jallisii Boneen oomishuun eegalamuu Biiroon Qonnaa naannichaa beeksiseera.
Gosoota Sanyii Qamadii…
Turtiin MM Abiy Ahimad Ameerikaatti taasiisan Dippiloomaasii Ityoophiyaa kan cimseedha -TKM
Finfinnee, Mudde 8, 2015 (FBC) – Turtiin MM FDRI Abiy Ahimad Ameerikaatti taasiisan humna Dippiloomaasii Ityoophiyaa kan cimse ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.…