Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Agarsiisni kaarnivaala goobeefi shinooyyee torbee tokkoof gaggeeffamaa ture xumurame
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Agarsiisni kaarnivaala goobeefi shinooyyee torbee tokkoof gaggeeffamaa ture guyyaa har'aa karaa Aadaafi duudhaa isaa eeggateen xumurameera.
Hooggantuun…
Hirmaannaa misooma qonnaa Horsiisee Bultoota Naannoo Afaar jijjiirama qabatamaa fide
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Tattaaffiin bal'aan Horsiisee Bultoonni Naannoo Afaar misooma qonnaarratti taasisaa jiran jijjiirama qabatamaa fide jedhe Biiroon Kominikeeahinii…
Agarsiisni Suuraafi Fakkii Imala Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa agarsiisu Finfinneetti baname
Finfinnee, Fulbaana 3, 2018 (FMC) - Agarsiisni Suuraafi Fakkii Imala Hidha Guddicha Haaromsa Itiyoophiyaa Waggoota 14 agarsiisu Mata Duree "Itiyoophiyaan ni Dandeessi" jedhuun Yaadannoo…
Tumsa gama maraa Itiyoophiyaafi Kuubaa cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama
Finfinnee, Fulbaana 2, 2018(FMC)- Hariiroo dippiloomaasii gama maraa Itiyoophiyaafi Kuubaa daran cimsuuf xiyyeeffannoon ni hojjetama.
Hogganaan Hariiroo Uummataafi Id-alddunyaa Paartii…
Oromiyaatti Barattoonni Miiliyoonni 11 ol galmaa’an
Finfinnee, Fulbaana 2, 2018 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2018’f Barattonni miiliyoonni 11 ol galmaa’aniiru jedhe Biiroon Barnootaa naannichaa.
Wiixata dhufu Manneen Barnootaa…
Adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2018 Wiixata dhufu eegala
Finfinnee, Fulbaana 2, 2018 (FMC) – Adeemsi baruu fi barsiisuu bara 2018 Fulbaana 5 Wiixata dhufu manneen barnoota hunda keessatti ni eegala jedhe Ministeerri Barnootaa.
Adeemsa baruu fi…
Eebbifamuu Hidha Haaromsaa hordofee Addabaabayii Masqalaatti sosochiin qaamaa gaggeeffame
Finfinnee Fulbaana 2, 2018 (FMC) - Eebbifamuu Hidha Guddicha Haaromsaa Itiyoophiyaa hordofee Magaaalaa Finfinnee Addabaabayii Masqalaatti sosochiin ga'umsa qaamaa gaggeeffameera.…
Jilli Aartii Itiyoophiyaa Raashiyaa magaalaa Seenti Piitarsibargitti hojii jalqabaa dhiyeesse
Finfinnee, Fulbaana 2, 2018 (FMC) – Jilli Aartii Itiyoophiyaa Waltajjii Aadaa fi Aartii missiraachoo bayyanannaa Itiyoophiyaa isaa jalqabaa Raashiyaa magaalaa Seenti Piitarsibargitti…
Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu bara 2030tti balallii idil addunyaa eegalchiisuuf karoorfame
Finfinnee Fulbaana 1 , 2018 (FMC) - Buufata Xiyyaaraa Bishooftuu bara 2030tti balallii idil addunyaa eegalchiisuuf karoorfame jedhan Hojii gaggeessaa olaanaan Garee Daandii Qilleensaa…
Itiyoophiyaan oomishtummaa misooma bunaa dabaluuf hojii hojjetteen jijjiirama guddaa galmeessite…
Finfinnee, Fulbaana 1, 2018 (FMC) –Itiyoophiyaan oomishtummaa misooma bunaa dabaluuf hojii hojjetteen jijjiirama guddaa galmeessite jedhan Ministirri Ministeera Qonnaa obbo Addisuu Araggaan…