Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoolee humnaan furuuf yaaluun furmaata waaraa hin argamsiisu- Piroofeesar Masfin Ara’aayaa
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017 (FMC) – Rakkoolee humnaan furuuf yaaluun furmaata waaraa kan hin argamsiisne ta’uu Komishinarri Olaanaan Komishinii Marii Biyyaalessaa Piroofeesar Masfin…
Qisaasama qabeenyaa hir’isuun lammiileef tajaajila Abbaa seerummaa kennuun barbaachisaadha jedhame
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017 (FMC) – Qisaasama qabeenyaa hir’isuuniifi tumsa cimsuun lammiileef tajaajila Abbaa seerummaa kennuun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin Mana Murtii Waliigalaa…
Agarsiisniifi feestivaalli Ayyaana Shuwaaliid gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017 (FMC) – Agarsiisniifi feestivaalli Ayyaana Shuwaaliid sababeeffachuun qophaa’e Hararitti gaggeeffamaa jira.
Agarsiisaafi feestivaala kana Pireezidaantiin…
Naannoo Amaaraatti sirni baniinsa boqonnaa ajandaa marii walitti qabuu gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 27, 2017 (FMC) – Naannoo Amaaraatti sirni baniinsa boqonnaa ajandaa marii walitti qabuu gaggeeffamaa jiraachuun ibsame.
Naannichatti boqonnaan ajandaa marii …
Walga’iin Waloo Komishinii Ministirootaa Itiyoo-Ugaandaa 4ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Walga’iin Waloo Komishinii Ministirootaa Itiyoo-Ugaandaa 4ffaan Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Walga’ichi tumsa biyyoota lameenii cimsuufi dameelee…
Riifoormiin Itiyoophiyaan eegalte milkaa’inaan hojiirra oolaa jira- Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Riifoormiin dameewwan garagaraa Itiyoophiyaan eegalte milkaa’inaan hojiirra oolaa jiraachuu Ministirri Muummee Itti aanaan Obbo Tamasgeen Xurunaan…
Hoggantoonni Miidiyaaleefi Quunnamtii Uummataa Egzibiishinii Imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa…
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Hoggantoonni Miidiyaaleefi Quunnamtii Uummataa Egzibiishinii Imala Mootummaa Naannoo Oromiyaa daawwataniiru.
Egzibiishiniin imala injifannoo…
Dooktar Mangistuu Baqqalaan aanaa Sinaanaatti facaasaa qonna arfaasaa eegalchiisan
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) –Ittigaafatamaan ijaarsa Paartii Badhaadhinaa Damee Oromiyaa Dooktar Mangistuu Baqqalaan Godina Baalee aanaa Sinaanaatti facaasaa qonna arfaasaa…
Buusaa Gonofaan waggoottan sadan darbanitti miseensota miiliyoona 27 ol horachuu ibsame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Buusaa Gonofaan Oromiyaa waggoottan sadan darban keessa miseensota miiliyoona 27 ol horachuu beeksise.
Bu'uuruma kanaan bara hundeeffama isaa yeroo…
Miseensa BRICS ta’uun faayidaa diinagdee guddisuuf qooda olaanaa qabaachuun ibsame
Finfinnee, Bitootessa 26, 2017 (FMC) – Miseensa BRICS ta’uun faayidaa diinagdee guddisuuf qooda olaanaa qabaachuun ibsameera.
Mareen imaammataa ‘BRICS’, faayidaa biyaalessaa Itiyoophiyaa…