Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Guyyoota kurnan itti aanaan haalli qilleensaa gogaa fi qorraa ta’e cimee itti fufa
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyoota kurnan itti aanaan haalli qilleensaa gogaa fi qorraa ta’e cimee itti fufa jedhe Inistiityuutiin Raaga Haala Qilleensaa Itiyoophiyaa.…
Ambaasaaddar Batree Mangistuun Ministir Deetaa Hoogganaa Waajjira Addaa Ministira Muummee ta’uun…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ambaasaaddar Batree Mangistuu Ministir Deetaa Hoogganaa Waajjira Addaa Ministira Muummee gochuun muudaniiru.…
Gadi lakkifamuu gaazii faalamaa konkolaattootarraa maddu ittisuuf qajeelfamni dirqisisaan…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Gadi lakkiifamuu gaazii faalamaa konkolaattootarraa mudatu ittisuuf qajeelfamni dirqiisisaan dhiheenyatti hojiirra oolaa jedhan Ministirri Ministeera…
Guyyaan Sabootaa fi Sablammoota Itiyoophiyaa sirni Federaalaa bu’uura cimaan akka ijaaramu…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyaan Sabootaa fi Sablammoota Itiyoophiyaa sabdaneessummaaf beekamntii kennuun sirni Federaalaa bu’uura cimaan akka ijaaramu gumaacheera jedhan Af…
Heerri Mootummaa keenya saboonni, sablammoonnii fi uummattoonni aadaa, afaan, amantiifi eenyummaa…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC)- Af-Yaa’iin Caffee Oromiyaa aadde Sa'aadaa Abdurahamaan Heerri Mootummaa biyya keenyaa saboonni, sablammoonnii fi uummattoonni hundi walqixxummaan…
Waldaalee hojii gamtaa dorgomaafi haala qabatamaa addunyaa waliin tarkaanfatan horachuun…
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Waldaalee Hojii Gamtaa dorgomaafi haala qabatamaa addunyaa waliin deeman horachuun barbaachisaadha jedhan Itti Aanaan Komishinaraa Komishiinii Waldaalee…
Kabaja guyyaa Saboota,Sablammootaafi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti
Finfinnee, Sadaasa 22, 2018 (FMC) – Guyyaan Saboota, Sablammootaafi Uummatoota Itiyoophiyaa 20ffaa sadarkaa naannoo Oromiyaatti mata duree 'Waliigaltee dimookraatawaa tokkummaa…
Duudhaalee obbolummaa cichoomsuun gaaffilee bu’uuraa dhaloota ida’amuu deebisuuf daandii…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) –Duudhaalee obbolummaa cichoomsuun gaaffilee bu'uuraa dhaloota ida'amuu deebisuuf daandii ijoodha jedhan Ministirri Muummeen FDRI Dooktar Abiy Ahimad.…
Agarsiisa qilleensaarraa guyyaa hundeeffama humna qilleensa waggaa 90ffaa sababeeffachuun…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) –Guyyaa hundeeffama humna qilleensa waggaa 90ffaa sababeeffachuun Agarsiisa qilleensaarraa dhiyeessuuf qophiin taasifamaa jira jedhan Ajajaa Olaanaan Humna…
Ummanni Itiyoophiyaa Garee Kubbaa Miilaa Biyyaalessaa umrii waggaa 17 jajjabeessuu qabu –…
Finfinnee, Sadaasa 21, 2018 (FMC) – Gareen Kubbaa Miilaa Biyyaalessa Itiyoophiyaa umrii waggaa 17 gadii har'a gita isaa Ugaandaa waliin taphni walakkaa xumuraa taphatan ni eegama.
Ummanni…