Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Bulchiinsi magaalichaa manneen 952 namota harka qalleeyyiif dabarsee kenne
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Bulchiinsi magaalaa Finfinnee manneen waliin jireenyaa kutaa magaalaa Qirqoositti ijaarsise namoota harka qalleeyyiif dabarsee kenne.
Kantiibaan magaalaa…
Meeshaaleen Deeggarsa dhaabbileen Idil addunyaa Ummata Tigraayiif ergan Dahannaa ABUT keessatti…
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) - Meeshaaleen deeggarsa dhaabbileen Idil addunyaa Ummata Tigraayiif ergan Dahannaa ABUT keessatti argamuu Raayyaan Ittisaa beeksiise.
ABUT…
Guyyaan tola ooltummaa kabajamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) - Qaammeen 1, guyyaan tola ooltummaa kabajamaa jira.
Bara haaraa 2015 Muuxxannoowwanii fi duudhaalee gaarii bara darbe babal’isuun, qormaatilee…
Bara haaraatti hunduu caasaa nageenyaa waliin waloon hojjechu qaba-Dooktar Qana’aa yaadataa
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Bara haaraa dhufutti yeroo kamiyyuu caalaa caasaa nageenyaa waliin waloon hojjechuun hundarraa irraa akka eegamuu Hogganaan Biiroo Bulchiinsaaf Nageenyaa…
Konfiraansiin sosochii dubartootaa sadarkaa Oromiyaatti gaggeeffamaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Konfiraansiin sosochii dubartootaa nageenyaafi deeggarsa Gooticha Raayyaa Ittisa Biyyaa irratti xiyyeeffate Godinaaleefi Magaalota Oromiyaa hundatti…
Qormaanni bahiinsaa madaallii waloo dhaabbilee barnoota olaanoo mootumma fi dhuunfaati-Ministeera…
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Qormaanni bahiinsaa madaallii waloo dhaabbilee barnoota olaanoo mootummaa fi dhuunfaa ta’uu Ministeerri Barnootaa ibse.
Qormaata bahiinsaarratti…
ABUT shororkaa hawaasummaa uumuuf hojjechaa jiraachuu dookumantiin isaa miliqee bahee saaxile
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – ABUT naannawaa garaagaraatti shororkaa hawaasummaa uumuuf hojjechaa jiraachuu dookumantiin isaa miliqee bahee saaxileera.
Garichi filannoo nageenyaa…
Borurraa eegalee ji’aaf kan turu sosochiin nageenya daandii ni gaggeeffama
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Boruurraa eegalee guyyoota 30’f kan turu sosochiin hubannoo uumuu fi to’annoo tiraafika daandii biyyaalessaa akka gaggeeffamu Tajaajilli Fandii…
ABUT mana tokko keessatti namoota 10 ajjeese
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Gareen shororkeessaa ABUT mana tokko keessatti namoota nagaa 10 gara jabinaan ajjeesuu ibsame.
Garechi Godinaa Waagimiraa Aanaa Saqoxaa bakkaa addaa…
Koomishinichi Godina Haadiyyaaf meeshaalee Birrii miiliyoona 25 olii deeggarsa taasise
Finfinnee, Hagayya 30, 2014 (FBC) – Koomishiniin Gumurukaa kutaalee hawaasaa Godina Haayidiyyaa balaa namtolchee fi umamaan miidhaman dandamachiisuuf kan oolu meeshaalee Birrii miiliyoona…