Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dargaggoo “Nama gargaaruuf nama ta’uun gahaadha” jedhu dhugoomse
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Dargaggoon Abbush Badhaanee galii kophee qulqulleessuun aragturraa namoota harka qalleeyyii 20’f deeggarsa uffata qorraa taasise.
Dargaggoon Abbush…
Dhaabbileen Federaalaa guyyaa tola ooltummaa waloon kabajaa jiru
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Ministeerri Fayyaa, Barnootaa fi Hojii fi Ogummaa guyyaa tola ooltummaa waloon kabajaa jiru.
Manneen Hojii kunneen Mana barumsaa…
Kutaan magaalaa Boolee fi bulchiinsi magaalaa Buraayyuu muxxannoo hojii wal jijjiiran
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Bulchiinsi kutaa magaalaa Boolee fi Bulchiinsi magaalaa Buraayyuu dameewwan hojii garaagaraatti muxxannoo wal jijjiiran.
Bulchiinsi magaalaa Boolee kenna…
Bara baajatichaatti lammiilee miiliyoona 2.8’f carraan hojii uumamuu ibsame
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Bara baajataa 2014tti lammiilee miiliyoona 2.8’f carraan hojii uumamuu Ministirri Ministeera Hojiifi Ogummaa Aadde Muufariyaat Kaamil ibsan.
Aadde…
Kutaa magaalaa Liddataatti gamoowwan baatii 2 keessatti hojjetaman eebbifaman
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) –Kantibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanachi Abeebeen Kutaa magaalaa Liddataatti gamoowwan baatii 2 keessatti ijaarramanii xumuraman abbaa…
Yaa’iin imaammataa idil addunyaa 9ffaan gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Qaammee 1, 2014(FBC)- Yaa’iin imaammataa idil addunyaa 9ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi jijjiirama qabeenya qilleensaa, mirgootaafi itti gaafatamummaa…
Tola ooltummaan hojii eebbifamaa lammiidhaan lammiif hojjetamudha -Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Tola ooltummaan hojii eebbifamaa lammiidhaan lammiif hojjetamudha jedhan Pireezidaantiin Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan.
"Karaan Duudhaa…
MM Abiy Ahimad guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun harka qalleeyyiif manneen jireenyaa dabarsan
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa tola ooltummaa sababeeffachuun Awwaareetti lammiilee harka qalleeyyiif manneen jireenyaa dabarsaniiru.…
Harargee Bahaatti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbe
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaa Aanaa Gurawaatti balaa konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 4 darbuu Waajjirri Poolisii Aanichaa beeksiise.…
Addunyaan kan dhaabbatte waan gaarii namoota biroof taasiifamuuni – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Qaammee 1, 2014 (FBC) – Addunyaan kan dhaabbatte waan gaarii namoota biroof taasiifamuuni jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Maallaqa, Beekkumsaa fi humna…