Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaafi Turki Carraa hojii uumuufi teekinooloojiirratti walta’iinsa cimaa qabu jedhame
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Walta’iinsi Ityoophiyaafi Turki gama Carraa hojii uumuufi ce’umsa teekinooloojiin qaban cimaa ta’uu ibsame.
Hojii Raawwachiisaa Olaanaan Korporeshinii…
Tibba ayyaanaa daddabarsa maallaqa sobaa ittisuuf ofeeggannoon taasisamuu qaba jedhame
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Tibba ayyaanaa bittaafi gurgurtaan walqabatee daddabarsa maallaqaa sobaa uumamuu malu ittisuuf hawaasni of eeggannoo barbaachisaa taasisuu akka qabu…
Dr. Tewoodiroos gochaa naamusa dhaabbatichaan alaa raawwachuurraa akka of qusatan Ityoophiyaan…
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Daayrektarri Olaanaa Dhaabbata Fayyaa Addunyaa Dooktar Tewoodiroos Adihaanoom qajeelfamaa naamusa hojjettoota dhaabbatichaa faallessu raawwachuu akka…
Adda Waraanaa Walqaayititti ABUT irra kisaaraa cimaan ga’uu booji’amtoonni dubbatan
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Adda Waraanaa Walqaayititti garee shororkeessaa ABUT irra kisaaraan namoomaafi meeshaalee cimaan ga’uu booji’amtoonni dubbatan.
Gareen shororkeessaa ABUT…
PDT waraana ABUT yeroo 3ffaaf bane balaaleffate
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Paartiin Diimookiraatawaa Tigraay waraana ABUT yeroo 3ffaaf biyyarratti bane balaaleffateera.
Gareen shororkeessaa ABUT garee farra…
Amb. Hiruut qondaaltota Komishinii Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Beeljiyamitti Ambaasaaddarri Ityoophiyaa Ambaasaaddar Hiruut Zammanaa qondaaltota olaanaa Koomishinii Gamtaa Awurooppaa waliin mari’ataniiru.
Marii…
Sochiin imaammata barnootaa hojiirra oolchuu eegaleera jedhame
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Damee barnootaan rakkoolee mudatan hambisuuf imaammata barnootaa haaraa qopheessuun sochiin qabatamaa taasisuu eegaluu Ministirri Ministeera Barnootaa…
Obbo Ahimad Shiideen jila Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’ud Arabiyaa Dooktar Fuhaad Alhumayidaanii fi jila dhaabbata Misoomaa…
Artistoota waliin haala yeroo biyyaarratti mari’atame
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Haala yeroo biyyaarratti Artistoota waliin Giddu Gala Aadaa Oromootti mariin gaggeeffameera.
Artistootni hojii aartiin aadaa,seenaa fi duudhaa uummata…
Lammiileen alaa warqee hatan to’ataman
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Lammiileen alaa warqee hatan to’atamuu Ministeerri Albuudaa beeksise.
Ministirri Ministeera Albuudaa Injinar Taakkalaa Uumaa ibsa laataniin,…