Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Weerara ABUT bane injifachuuf damee hundaan qindoominaan hojjetamuu qabna – Obbo Ahimad…
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) –Amantaa fi gosaan osoo walin hin qoodin birmadummaa biyyaaf tokkummaan dhaabbachuun qabna jedhan Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad…
Adoolaa Waayyuutti hiriirri deeggarsaa fi balaaleffannaa gaggeeffame
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC)– Hiriirri deeggarsa Raayyaa Ittisa Biyyaa fi balaaleffannaa ABUT fi shanee Godina Gujii Magaalaa Adoolaa Waayyuutti gaggeefameera.
Hiriirtonnis…
Biirichi rifoormii sirna barnootaa haaraarratti marii gaggeessaa jira
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Biiroon Barnootaa Oromiyaa,riifoormii sirna barnootaa haaraa fi kallattii gara fulduraa irratti qooda fudhattoota waliin Magaalaa Adaamaatti mari’achaa…
Oromiyaatti waggoottan arfan darban biqiltuuwwan biiliyoonni 13.6 dhaabbate
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) –Oromiyaatti waggoottan arfan darban biqiltuuwwan biiliyoonni 13.6 dhaabbachuu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksiise.
Waggoottan 4'n darban sagantaa…
USIAD Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf murannoo qabaachuu beeksiise
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Dhaabbanni gargaarsaa Ameerikaa (USIAD) Ityoophiyaatti deeggarsa namoomaa qaqqabsiisuuf murannoo qabaachuu beeksiiseera.
Ityoophiyaatti…
Aadde Caaltuu Saaniin jila Baankii Addunyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 27, 2014(FBC)- Ministirri Ministeera Magaalaafi Bu’uuraalee Misoomaa jila Baankii Addunyaa waliin mari’achuu ibsame.
Kaayyoon mariisaanii haala hojiileen bu’uuraalee…
ABUT midhaan deeggarsa namoomaaf dhiyaate waraanaaf fayyadamaa jiraachuu mirkanaa’e
Finfinnee, Hagayya 27, 2014 (FBC) – Gareen Shororkeessaa ABUT midhaanii fi meeshaalee deeggarsa namoomaa Ummata Tigraayiif dhiyaatu waraanaaf fayyadamaa jiraachuu mirkanaa’eera.…
Lakkoofsi herrega baankii diyaaspooraan RIB’f deeggarsa taasisu ifoome
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Ministeerri Maallaqaa, Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni Ityoophiyaa biyya alaa jiraatan Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa taasisuu akka danda’aniif…
Ummata Tigiraay waraanaaf kan saaxilaa jiru ABUT gochaa shorkeessummaa isaa argisiisa-Ministeera…
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Ummata Tigiraayi irra deebiin gara waraanaatti kan galchaa jiru shororkeessaan ABUT ummataaf kan hindhaabbanne gochaa shororkeessumaa isaa kan…
Dippiloomaatonni biyya baraaruuf ittigaafatamaa bahachuu qabu-Amb. Burtukaan Ayyaanoo
Finfinnee, Hagayya 26, 2014 (FBC) – Dippiloomaatonni ergama kennameef ga’umsaan hojirra oolchuun sochii biyya baraaruu keessatti ittigaafatama isaanii bahachuu akka qaban Ministir Deetaan…