Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf obboloottan naannolee biroo waliin hojjechuuf qophiidha –…
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Birmadummaa biyyaa kabachiisuuf obboloottan naannolee biroo waliin hojjechuuf qophii ta'uu Bulchiinsi Naannoo Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa…
Raayyichi itti gaafatamummaa biyyaalessaafi uummatummaasaa ofeeggannoo cimaan ba’achaa jira- RIB
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa eegduu lammiilee Ityoophiyaa hundaa waan ta’eef itti gaafatamummaa biyyaalessaafi uummatummaasaa ofeeggannoo cimaan ba’achaa…
Ityoophiyaan gootota ijoolleesheen ni kabajamti- Ajajaa Olaanaa naannawaa dirqamaa
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Biyya goototaa kan taate Ityoophiyaan injifatamtees, diina kamiifuu jilnbeenfattee hin beektu bara kenyaattis hin salphattu wareegama gootota…
Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii barattoota kuma 4 ol eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Koolleejjiin Paaradaayiz Vaalii damee Shaashamannee barattoota muummee garaagaraatiin barsiisaa turee kuma 4 ol guyyaa har’aa eebbisiiseera.…
ABUT irra deebiin waraana labsuun nageenyaaf bakka kan hin qabne ta’uusaa mirkaneessa- MNG
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – ABUT irra deebiin waraana labsuun nageenyaaf bakka kan hin qabne ta’uusaa kan mirkaneessu ta’uu Mootummaan Naannoo Gaambeellaa ibse.
Gareen…
Mootummaan naannichaa Weerara ABUT qolachuufi birmadummaa biyyaa kabachiisuuf qophiidha jedhe
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Mootummaan Naannoo Beenishaangul Gumuz tattaaffii weerara gareen shororkeessaa ABUT naannolee Amaaraafi Afaaritti eegale qolachuufi birmadummaa biyyaa…
Hawaasa aanichaa hongeen miidhamaniif deeggarsi midhaanii kuntaala 2733 taasifame
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Aanaaleen Godina Arsii Lixaa hawaasa Aanaa Shaallaa hongeen miidhamaniif deeggarsa midhaan nyaataa kuntaala kuma 2fi 733 tasisan.
Bulchaan Bulchiinsa…
Qaamoleen gocha badii ABUTiif deeggarsa taasisan gochaa isaaniirraa of qusachuu qabu- Laawurans…
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Qaamoleen gocha badii biyya diiguu ABUTiif deeggarsa taasisan gochaa isaaniirraa of qusachuu akka qaban xiinxalaan dhimmoota siyaasaafi diinagdee Afrikaa…
ABUT daa’imman fuuldura hiriirsuun irbaata rasaasaa taasisaa jira jedhame
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – ABUT daa’imman fuuldura hiriirsuun irbaata rasaasaa taasisuun yakka raawwachaa jiraachuu ibsame.
Garichi waamicha nageenyaa mootummaan taasiseef…
Sirni Odeeffannoofi gabaasni yeroo muddamaa ofeeggannoon hoogganamuu akka qabu yaadachiifame
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Dhaabbileen miidiyaafi kominikeeshinii Sirni Odeeffannoofi gabaasni yeroo muddamaa haala faayidaa biyyaalessaa hubannoo keessan galcheeniifi ofeeggannoon…