Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sirni Odeeffannoofi gabaasni yeroo muddamaa ofeeggannoon hoogganamuu akka qabu yaadachiifame
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Dhaabbileen miidiyaafi kominikeeshinii Sirni Odeeffannoofi gabaasni yeroo muddamaa haala faayidaa biyyaalessaa hubannoo keessan galcheeniifi ofeeggannoon…
Magaalichatti piroojektoonni guyyoota 60/90 namarratti xiyyeeffatan eebbifaman
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Magaalaa Finfinnee Kutaa Magaalaa Yakkaatti piroojektoonni guyyoota 60/90 namarratti xiyyeeffatan Birrii miiliyoona 818 oliin ijaaraman eebbifaman.…
Ityoophiyaanonni Keeniyaa jiraatan nageenya biyyaarratti mootummaa waliin ni hojjenna jedhan
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonniifi dhalattoonni Ityoophiyaa Keeniyaa jiraatan biyyi nagaa akka taatu, waraanni hanga xumuramuttiifi birmadummaan biyyaa hanga kabajamutti…
Naannichi waraana gareen shororkeessaa ABUT bane qolachuuf deeggarsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu…
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Naannoon Hararii waraana gareen shororkeessaa bane qolachuuf deeggarsa barbaachisaa ta’e hunda taasisuuf qophii ta’uu ibseera.
Manni Maree Nageenyaa…
Boba’aan garee shororkeessaa ABUTiif geeffamuuf ture to’atame
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Boba’aan garee shororkeessaa ABUTiif geeffamuuf ture naannoo Afaar Irrabutiitti to’atamuu ibsame.
Boba’ichi caasaa nageenyaa Irrabutiin to’atamuufi…
Tarkaanfii mootummaan federaalaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf fudhatu nan deeggara-MNO
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Tarkaanfii mootummaan federaalaa birmadummaa biyyaa kabachiisuuf fudhatu hundaaf deeggarsa barbaachisaa kan taasisu ta’uu Mootummaan Naannoo Oromiyaa…
Paarkiin Addabaabayii Dargaggootaa jedhamuun moggaafame tajaajilaaf banaa ta’e
Finfinnee, Hagayya 22, 2014 (FBC) – Kantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebeen Paarkii Addabaabayii Dargaggootaa jedhamuun moggaafame banuun tajaajila eegalchiisaniiru.…
Hawaasni Idil addunyaa gochaa suukaneessa gareen ABUT jalqabe balaaleffachuu qaba –
Mootummaan naannoo AfaaFinfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) –Hawaasni Idil addunyaa gochaa suukaneessa gareen ABUT jalqabe balaaleffachuu akka qabu Mootummaan naannoo Afaar ibseera.…
Weerara garee ABUT qolachuuf qophii madaallawaan taasiifamaa jira – Mootummaan naannoo Amaaraa
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) –Mootummaan naannoo Amaaraa weerara garee ABUTtiin irratti baname qolachuuf qophii madaallawaa ta'e taasiisuurratti kan argamu ta'uu beeksiiseera.
Gareen…
ABUT dargaggoota of dura hiriirsiisuun haleellaa raawwachuu yoo hin dhaabne raayyaan ittisaa…
Finfinnee, Hagayya 21, 2014 (FBC) – ABUT dargaggoota of dura hiriirsiisuun dambalii humnaan haleellaa raawwachuu yoo hin dhaabne raayyaan ittisaa tarkaanfii fudhachuuf kan dirqamu ta'uu…