Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaan durfamu hidha haaromsaa daawwate
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Jilli Ajajaa Olaanaa Humna Waraana Lafarraa Ugaandaafi Gorsaa Olaanaa Duula Addaa Pireezidaant Yuweerii Muuseveenii Letenaal Jeneraal Muuhoozii…
Pireezdaant Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddar Biraaziiliif gaggeessaa taasisan
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Pireezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen Ambaasaaddar Biraaziil yeroo turtii isaanii xumuran Luwiiz Eeduu’ardoo Dee Aji’ar Viilaariinihoo Peediroosiif…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 26 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Marsaa sadiin lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 26 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’uu ibsame.
Lammiilee kanneen keessaa 845 dhiirota, 153…
Ityoophiyaan dabarsuu liqaa ilaalchisee murtoo koreen biyyoota liqeessitootaa dabarse dinqisiifatte
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dabarsuu liqaa biyyattii ilaalchisee murtoo koreen biyyoota liqeessitootaa dabarse haala gaariin kan ilaalu ta’uu Ministeerri Maallaqaa ibse.…
Aadde Caaltuu Saaniin Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Saa’uud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa Aadde Caaltuu Saaniin Ityoophiyaatti, Ambaasaaddara Saa’uud Arabiyaa Dooktar Fahaad…
Obbo Musxafee Mahaammad jila Gamtaa Awurooppaa waliin mari’atan
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Pireezidaantiin naannoo Somaalee Obbo Musxafee Mahaammad jila Ambaasaaddara Gamtaa Awurooppaa Baroonaald Koobiyaan durfamu waliin mari’ataniiru.
Obbo…
Xiyyaarri meeshaalee waraanaa fe’ee naannoo daangaa Qilleensaa Ityoophiyaa seenee ture rukutame
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) –Xiyyaarri qabeenyummaan isaa Diinoota Ityoophiyaa ta’ee fi Ityoophiyaa dadhabsiisuuf garee ABUTtiif meeshaalee waraanaa fe’ee karaa Sudaaniin…
Leenjiiwwan Humna Galaanarraa ammayyeessuuf kennaman cimee itti fufa jedhame
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Leenjiiwwan Humna Galaanarraa Ityoophiyaa ammayyeessuuf biyya keessaafi alaatti kennaman cimee kan itti fufu ta’uu Reer Admiiraal Kinduu Gazzuu ibsan.…
Dhaabbatichi misooma jallisii Boneef kan oolu Xaa’oo Biyyoo Meetirik Toonii Kuma 50 Ityoophiyaaf…
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Dhaabbanni Oomishaa Xaa’oo biyyoo Moorookoo(OCP) misooma jallisii Boneef kan oolu Xaa’oo Biyyoo Meetirik Toonii Kuma 50 Ityoophiyaaf deeggarsa…
Har’as borus rakkoo ummata Tigraay karaa nagaan furuutu filataamaadha – TKM
Finfinnee, Hagayya 18, 2014 (FBC) – Har’as borus rakkoo ummata Tigraay karaa nagaan furuun filataamaa ta’uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Mootummaan waraana Kaaba…