Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gabaa naannawaa gara giddugaloota gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti ceesisuuf…
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC) – Ministeerri Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa Naannawaa Gabaawwan naannawaa gara giddugaloota gabaa Sadarkaa isaanii eeggatanitti ceesisuuf ni hojjetama…
Godinichatti Lafti heektaarri kuma 200 ol sanyii garaagaraan uwwifamee kunuunfamaa jira
Finfinnee, Hagayya 17, 2017 (FMC)- Godina Arsii Lixaatti qonna gannaan lafa heektaara kuma 500 fi kuma 12 ol midhaan gosa adda addaan uwwisuuf karoorfamee hojjetamaa jira.
Naannoo…
Kaabineen Magaalaa Finfinnee dhimmoota lamarratti mari’achuun murtoo dabarse
Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC) – Kaabineen Magaalaa Finfinnee walga’ii idilee 2ffaa waggaa 5ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota lamarratti mari’achuun murtoo dabarseera.
Ajandaasaa…
Yuuniivarsiitiin Aviyeeshinii Itiyoophiyaa barattoota leenjisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC) – Yuuniivarsiitiin Aviyeeshinii Itiyoophiyaa barattoota sadarkaa 2ffaa 28 dameewwan barnootaa saayinsii, teeknooloojii, maandisummaafi herregaan leenjisaa…
Magaalichatti giddugaloonni gabaa, iddoowwan dhaabbii konkolaataafi terminaalonni tajaajilaaf…
Finfinnee, Hagayya 16, 2017(FMC)- Magaalaa Finfinneetti giddugaloonni gabaa, iddoowwan dhaabbii konkolaataafi terminaalonni ijaaramaa turan guyyaa har’aa eebbisiifamuun tajaajilaaf…
Damee hundaan of dandeenyee imala jalqabne galmaan ga’uuf dandeettii guddaa qabna – obbo…
Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC) - Imala jalqabne galmaan geenyee damee hundaan of danda’uuf dandeettii guddaa qabna jedhan Ministirri Muummee itti aanaan obbo Tamasgeen Xurunaan.…
Oromiyaatti Aadaafi duudhaa walgargaarsa hawaasaa cimsuun lammii kennaa aadeffate uumuun…
Finfinnee, Hagayya 16, 2017(FMC)-Buusaan Gonofaa Oromiyaa naannichatti aadaafiduudhaa walgargaarsa hawaasaa cimsuun lammii kennaa aadeffate uumuun danda'ameera jedhe.
Hoogganaa Buusaa…
Misoomni Kooriidarii misooma magariisaa bu’uureffatee hojjetamaa jira
Finfinnee, Hagayya 16, 2017(FMC)-Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa misoomni kooriidarii misooma magariisaa bu’uureffatee hojjetamaa jira jedhe.
Akka Ministir Deetaan Ministeera…
Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa tokkoomnaan waan guddaa hojjechuun akka danda’amu ragaadha-…
Finfinnee, Hagayya 16, 2017(FMC)- Hidhi Guddichi Haaromsaa Itiyoophiyaa yoo tokkooman waan guddaa hojjechuun akka danda’amu agarsiistuu guddaadha jedhan Hayyoonni.
Yuuniivarsiitii Siiviil…
Oromiyaatti Galmeen Barattootaa Haggaya 26 eegala – BBO
Finfinnee, Hagayya 16, 2017 (FMC)- Naannoo Oromiyaatti galmeen bara barnootaa 2018 Hagayya 26 hanga Qaammee 5, 2017 gaggeeffama jedhe Biiroon Barnootaa Naannichaa.
Qophii karooraa bara…