Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Rakkoo Bulchiinsa gaarii furaa kan jiru Masoob …
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (MC) - Wiirtuun Tajaajila giddugala Tokkoo Masoob qaawwa mootummaa fi ummata gidduu jiru dhiphisuun itti quufinsaa fi amantaa ummanni mootummaa irraa qabu akka…
Galteewwan bu’uura misooma Elektirikaa % 80 biyya keessatti guutuun danda’ame – Tajaajilicha
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Galteewwan bu’uura misooma Elektirikaa % 80 dhiyeessitoota biyya keessan guutuun danda’ame jedhe Tajaajilli Elektirikii Itiyoophiyaa.
Dhaabbileen…
Guyyaan galmeen filattootaa itti eegalu dheerate – BFBI
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Filannoo Waliigalaa marsaa 7ffaaf guyyaan galmee filattootaa Guraadhala 7, 2018 eegaluuf ture gara Guraandhala 28, 2018 itti dheerate jedhe Boordiin…
Mootiin Lesseetoo Leetiisoo 3ffaan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Mootiin Lesseetoo Leetiisoo 3ffaan yaa'ii 39ffaa Gamtaa Afrikaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Boolee…
Tuuniiziyaan hariiroo daldalaa Itoophiyaa waliin qabdu cimsuu barbbaaddi
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Ministirri Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Ximootewoos Ministira Dhimma Alaa Tuuniiziyaa Mohaammad Alii Naafaatii waliin mari'ataniiru.
Ministiroonni…
Pirezidaantiin Komooroos Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Pirezidaantiin Komooroos Azaalii Usmaanii walga'ii hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galan.
Buufata xiyaaraa Idil…
Bishaan dhugaatii Itiyoophiyaan Jibuutiif dhiyeessitu Galma ajandaa 2063’n kan walsimuu dha…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018(FMC) - Pirojeektii Adiigaalaa - Jibuutiin bishaan dhugaatii Itiyoophiyaan Jibuutiif dhiyeessitu Gralma Ajandaa 2063'n kan walsimu ta'uu Komiishineerri Damee…
Dooktar Abiy Ministira Alaa Saa’ud Arabiyaa waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC)- Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Dhimma Alaa Saa'ud Arabiyaa Mootii Faayisal Biin Farihaan Al Saa'udii waliin mari'ataniiru.…
Raayyichi deeggarsa nageenya naannawichaaf taasisu cimsee itti fufa- Fiild Maarshaal Birhaanuu…
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC) – Raayyaan Ittisa Biyyaa Itiyoophiyaa deeggarsa nageenyaafi tasgabbii naannawichaaf taasisu cimsee itti fufa jedhan Itaamaajoor Shuumiin Waliigalaa…
Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministiroota Dhimma Alaa Leeseettoofi Moorookoo waliin mari’atan
Finfinnee, Guraandhala 4, 2018 (FMC) – Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Dooktar Geediyoon Xiimootiwoos Ministira Dhimma Alaa Leeseettoo Leejoon Miptijoo’aaneefi kan Moorookoo Naasir…