Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Fayyadamummaan waloo Xaaliyaanii – Afrikaa jabaatee itti fufa – Joorjiyaa Meloonii
Finfinnee Guraandhala 6, 2018 (FMC) - Ministirri Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meloonii, tumsi fayyadamummaa waloo irratti hundaa'e biyyi isaanii Afrikaa waliin qabdu cimee itti fufa jedhan.…
Michummaan Afrikaa fi Awurooppaa gidduu jiru badhaadhina waloo irratti kan hundaa’e…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2018 (FMC) - Michummaan Afrikaa fi Awurooppaa gidduu jiru badhaadhina waloo irratti kan hundaa'e ta'uu qaba jedhan Ministirri Muummee Dooktar Abiy Ahimad.…
Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii simatan
Finfinnee Guraandhala 6, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Ministira Muummee Xaaliyaanii Joorjiyaa Meeloonii simataniiru.
Dooktar Abiy Ahimad gama Miidiyaa…
Afrikaan Mana Maree Nageenyaa keessatti bakka bu’ummaa dhaabbataa qabaachuu qabdi
Finfinnee Guraandhala 6, 2018 (FMC) - Afrikaan Mana Maree Nageenyaa Mootummoota Gamtoomanii keessatti bakka bu'ummaa dhaabbataa qabaachuu qabdi jedhan hoggantoonni Mootummoota Gamtoomanii…
Yaa’ii Idilee 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaan boruu eegala
Finfinnee, Guraandhala 6, 2018 (FMC) – Yaa'ii Idilee 10ffaa Waggaa 5ffaa Bara Hojii Caffee 6ffaan boruu eegalee gaggeeffama.
Af Yaa’iin Caffee Oromiyaa Aadde Sa’aadaa Abdurahmaan Yaa’iin…
Hirmaattonni yaa’ii hoggantootaa Gamtichaa filannoowwan inveestimeentii Itiyoophiyaa akka ilaalan…
Finfinnee, Guraandhala 6, 2018 (FMC) - Hirmaattonni yaa’ii hoggantootaa Gamtichaa filannoowwan inveestimeentii Itiyoophiyaa akka ilaalan waamichi dhiyaate
Itiyoophiyaatti ajandaawwan…
Yaa’iin Xaaliyaanii – Afrikaa har’a Finfinneetti gaggeeffama
Finfinnee, Guraandhala 6, 2018 (FMC) – Yaa'ii 2ffaan Xaaliyaanii - Afrikaa har'a Magaalaa Finfinnee Giddugala Konveenshii Idil Addunyaa Finfinneetti gaggeeffama.
Yaa'ichi hariiroo fi…
Bu’uura kallattii kaa’ameen dhimmoota xiyyeeffannoo barbaadan irratti raawwii gaariin galmaa’eera-…
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018(FMC)- Bu’uura kallattii kaa’ameen dhimmoota akka biyyaatti xiyyeeffannoo barbaadan irratti raawwii gaariin galmaa’eera jedhan Sadarkaa Ministira Muummee Itti…
Pirezidaantiin Rippaabilika Giddugaleessa Afrikaa Faawustiin Tuuwaadeeraan Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) –Pirezidaantiin Rippaabilika Giddugaleessa Afrikaa Faawustiin Tuuwaadeeraan Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee…
Ministirri Muummee Aljeeriyaa Siifii Gaariib Finfinnee galan
Finfinnee, Guraandhala 5, 2018 (FMC) – Ministirri Muummee Aljeeriyaa Siifii Gaariib Yaa’ii Hoggantootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa irratti hirmaachuuf Finfinnee galaniiru.
Ministirri Muummee…