Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ijaarsi daandii Sansuusii-Taaxaq-Keellaa tajaajila tiraafikaaf banaa ta’e
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Ijaarsi daandii Aspaaltii Sansuusii-Taaxaq-Keellaa guutumaa guutuutti tajaajila tiraafikaaf banaa ta’uu ibsameera.
Qaama…
Afrikaa Bahaatti indaastirii fiilmii babal’isuun carraa hojii uumuun barbaachisaadha-Dooktar…
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Afrikaa Bahaatti indaastirii fiilmii babal’isuun carraa hojii hedduu fi karaalee galiin ittiin argamu uumuun barbaachisaa ta’uu Preezdaantiin FDRI…
Hariiroo Ityoophiyaan Turkiyyee waliin qabdu cimee itti fufa- Ambaasaaddar Tasfaayee Yilmaa
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Hariiroo Ityoophiyaan Turkiyyee waliin qabdu cimee kan itti fufu ta’uu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma Alaa Ambaasaaddar Tasfaayee Yilmaa ibsan.…
Jarman Meeshaalee ICT Birrii miiliyoona 500 olitti tilmaamamu Ityoophiyaaf deeggarsa taasiifte
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) – Mootummaan Jarman meeshaalee ICT Birrii miiliyoona dhibba 5 oitti tilmaamamu Ityoophiyaaf deeggarsa taasiseera.
Deeggarsichi tumsa…
Dorgommii Daayimand Liigii Osilootti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa milkaa’an
Finfinnee, Waxabajjii 10, 2014 (FBC) –Fiigicha Daayimand Liigii Meetira kuma 5 Noorweey Osilootti gaggeeffameen Atleetoonni Ityoophiyaa koorniyaa lamaaniinuu milkaa’aniiru.…
Baaleetti sosochii deeggarsa Hidha Haaromsaan Birrii miiliyoona 17 ol walitti qabuuf hojjetamaa jira…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Godina Baaleetti sosochii deeggarsa hidha haaromsaa gaggeeffamuun gurgurtaa boondiin Birrii miiliyoona 17.5 walitti qabuuf karoorfamee hojjetamaa…
Mariin ‘Addis Wag’ marsaa 2ffaan “Ibsama Fiinxalessummaa fi bu’aalee isaa” irratti…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Marii ‘Addis Wag’ marsaa 2ffaan mata duree “Ibsama Fiinxaalessummaa fi bu’aalee isaa” jedhuun gaggeeffameera.
Mari kanarratti Ogeessaa Fayyaa…
Daandiin qilleensichaa daa’imman 100 fi maatiisaaniif baasii imalaa kaffaluuf waliigaltee…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa daa’imman 100 kanneen dhibee onneen rakkataan Hindiitti wal’aanamuu qabanii fi maatii isaaniif baasii imalaa kaffaluuf…
Manneen barnootaa Magaalaa Jimmaa, Godinaalee Jimmaa fi Buunoo Beddelleef deeggarsi kompiwuutaroota…
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Yuunivarsiitii jimmaa fi “Kamara education Ethiopia” manneen barnootaa sadarkaa 2ffaa magaalaa Jimmaa, Godinaalee Jimmaa fi Buunoo Beddelleef, deeggarsi…
Jilli Aadaa fi Aartii Biyyoota Afrikaa Bahaa Giddugala Aadaa Oromoo daawwatan
Finfinnee, Waxabajjii 9, 2014 (FBC) – Jilli Aadaa fi Aartii Biyyoota Afrikaa Bahaa afur irraa dhufan Giddugala Aadaa Oromoo daawwataniiru.
Jilichi Yuugaandaa, Sudaan Kibbaa, Somaaliyaa fi…