Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Masaraan Mootummaa Biyyaalessaafi Paarkiin Tokkummaa hambaalee dhokatanii turan ifa baasan
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) – Masaraan Mootummaa Biyyaalessaafi Paarkiin Tokkummaa hambaaleefi eenyummaa Itiyoophiyaanotaa dhokatanii turan addunyaaf ifa baasan jedhan Jaarsoliin…
Haqa waloo cimsuuf Mana Murtii Aadaa waliin ni hojjetama
Finfinneen Waxabajjii 20, 2017(FMC) - Gumiin Balal Marsaa 43ffaan mata duree “Haqa Waloof Mana Murtii Aadaa” jedhuun gaggeeffamaa jira.
Waltajjicharratti Pireezidaantii Mana Murtii…
Milkaa’inni misooma qamadii Itoophiyaa Afrikaaf fakkeenya ta’a – Olusegun Obaasaanjoo
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Milkaa’inni Ityoophiyaan misooma qamadiitiin galmeessisaa jirtu biyyoota Afrikaa hafaniif fakkeenya ta’a jedhan Pireezidaantiin duraanii…
Manneen Fincaanii Uummataa 107 Magaalaa Guddittii Keessatti Ijaaraman Tajaajila Jalqaban
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti misooma koridarii hordofuun manneen fincaanii ummataa 107 ijaaraman tajaajila kennuu eegalaniiru.
Biiroo Miidhagina Magaalaa…
Fooyya’iinsichi bu’aa eegamu galmeessisaa jira- Obbo Maammoo Mihiratuu
Finfinnee, Waxabajjii 20, 2017(FMC) – Bulchaan Baankii Biyyaalessaa fooyya’iinsi diinagdee gooroon agarsiistuu hundaanuu bu’aa irraa eegamu galmeessisaa jira jedhan.
Obbo Maammoo…
Dooktar Abiy Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa waliin…
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) – Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Pireezidaantii Itti Aanaa Rippaablika Federaalaawaa Naayijeeriyaa Kaashiim Sheentiimaa waliin…
Abbootii qabeenyaa damee Ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi ni taasifama
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC )- Abbootii qabeenyaa biyya alaa damee ijaarsaarratti hirmaataniif deeggarsi barbaachisu ni taasifamaa jedhan Ministirri Ministeera Magaalaa fi…
Ogeeyyii miidiyaa waliin mariin seenessa waloo uumuuf gumaacha guddaa qaba – Hayyoota
Finfinnee, Waxabajjii 19, 2017 (FMC) - Ogeeyyiin miidiyaa mootummaa waliin walitti dhiyeenyaan mari’achuun seenessa waloo uumuuf gumaacha olaanaa qaba jedhan hayyoonni miidiyaa fi…
Itiyoophiyaan uummata ishee waliin mari’achaa rakkoolee ce’aa milkaa’ina itti fufsiisti- TKM
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa Itiyoophiyaan uummata ishee waliin mar’achaa, rakkoolee ce’aa milkaa’ina ishee itti fufsiisti jedhe.…
Loojiifi Qe’een Ikkoo Tuurizimii Wancii- Dandii bakka dinqisiisaa qabeenya tuurizimii Itiyoophiyaan…
Finfinnee, Waxabajjii 18, 2017 (FMC)- Hoggantoonniifi ogeeyyiin miidiyaa Loojiifi Qe’een Ikkoo Tuurizimii Wancii- Dandii bakka dinqisiisaa qabeenya tuurizimii Itiyoophiyaan qabdu mul’isedha…