Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Idoowwan waraanaan miidhamaan deebisanii dhaabuuf diyaaspooraa waliin mariin gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC)- Idoowwan waraanaan miidhamaan deebisanii dhaabuuf diyaaspooraa waliin mariin gaggeeffamaa jira.
Garee shororkeessaa ABUT’tiin naannolee Amaaraa fi Affaar…
Ityoophiyaanoonni mariif carraa laachuu qabu – Dooktar Biqilaa Hurrisaa
Finfinnee, Amajjii 2, 2014 (FBC) - Ityoophiyaanoonni mariif carraa laachuun haaloonni waraanaaf nu saaxilan xumura akka argatan taasiisuu qabu jedhan Itti gaafatamaan Qindeessaa…
Murtoon hidhamtoota dhiifamaan gadi lakkisuu Ityoophiyaa bu’uura cimaarra dhaabuufi- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) – Murtoon hidhamtoota dhiifamaan gadi lakkisuu Ityoophiyaa bu’uura cimaarra dhaabuufi jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa…
Badhaasni bakka bu’iinsa hin qabne meedaaliyaa Tiqur Anbassaa fi Meedaaliyaa injifannoo Adwaa…
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) – Badhaasni bakka bu’iinsa hin qabne meedaaliyaa Tiqur Anbassaa fi Meedaaliyaa injifannoo Adwaa hoggantoota Rayyaa Ittisa Biyyaa garaagaraaf kenname.…
Balaa birmadummaa biyyaarratti aggaamamu qolachuuf baayyee hojjechuutu nurra jira- Dooktar Abrahaam…
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) – Balaa birmadummaa biyyaarratti aggaamamu qolachuuf baayyee hojjechuutu nurra jira jedhan Ministirri Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa Dooktar Abrahaam…
Agarsiisni suuraa miidhaa namoomaa fi qabeenyaa garee shororkeessaan ABUT qaqqabsiise mul’isu…
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) – Agarsiisni suuraa miidhaa namoomaa fi qabeenyaa garee shororkeessaan ABUTnaannoo Amaaraatti qaqqabsiise mul’isu magaalaa Baahirdaaritti agarsiisaaf baname…
Sirni eebba gamoo Waajjira Olaanaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) – Sirni eebba gamoo Waajjira Olaanaa Ministeera Raayyaa Ittisa Biyyaa gaggeeffamaa jira.
Waajjirri olaanaan kun lafa kaareemeetira kuma 13 irratti kan…
Biyyaa fi lammii keenyaaf deeggarsa kan taasifnu nurraa hafee osoo hin taane kan qabnurraa…
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Biyyaa fi lammii keenyaaf deeggarsa kan taasifnu nurraa hafee osoo hin taane kan qabnurraa hir’isneetu jedhan diyaaspooraawwan Jarman Magaalaa Firaankfart…
Ayyaanni bara haaraa Halaabaa kabajamaa jira
Finfinnee, Amajjii 1, 2014 (FBC) - Ayyaanni bara haaraa Halaabaa sirnootaa fi agarsiisa garaagaraan kabajamaa jira.
Ayyaannichi eenyummaa sabichaa beeksiisuu, dhimmoota hawaasaa,…
Rakkoo walxaxaa biyya muudate wareegamaa fi gootummaa Raayyaa Ittisaan qolachuun danda’ameera…
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC) - Rakkoo walxaxaa biyya muudate wareegamaa fi gootummaa Raayyaa Ittisaan qolachuun danda'ameera jedhan Preezdaantiin FDRI Saahilawarq Zawdeen.…