Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Qorannoo saayinsaawaa beekkumsa biyya keessaan wal simsiisuun rakkoolee hawaas diinagdee furuuf…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Qorannoo saayinsaawaan beekkumsa biyya keessaan wal simsiisuun rakkoolee hawaas diinagdee furuu keessatti qooda olaanaa qabaachuu hayyoonni…
Hojiin ijaarsa siyaas-diinagdee biyya keenyaa sirna kominikeeshinii sirriin deeggaramu…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Hojiin ijaarsa siyaas-diinagdee biyya keenyaa sirna kominikeeshinii sirriin deeggaramuu qaba jechuun Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo…
Jiraattonni Godina Wallaggaa Bahaa fi Magaalaa Naqamtee hiriira ba’uun Shanee balaaleffatan
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Jiraattonni Godina Wallaggaa Bahaa fi Magaalaa Naqamtee hiriira ba’uun garee shororkeessaa Shanee balaaleffataniiru.
Hirmaattoonni hiriirichaa Shanee…
Magaalaa Jigjigaatti agarsiisni suuraa “Waa’ee Ityoophiyaa” jedhu baname
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Agarsiisni suuraa “Waa’ee Ityoophiyaa”qabsoo Ityoophiyaanonni biyya isaanii baraaruu fi duula olaantummaa seeraa kabachiisuurratti taasisan mul’isu …
Fuuloonni miidiyaa hawaasaa walitti bu’iinsii fi jibbiinsi akka uumamuuf hojjetan biyyattiif…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Fuuloonni miidiyaa hawaasaa walitti bu’iinsii fi jibbiinsi akka uumamuuf hojjetan biyyattiif gufuuwwaniidha jechuun Manni Maree Miidiyaalee ibseera.…
Giddu galli beekkumsa biyya keessaa baname
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti beekkumsa biyya keessaa lammiilee hundaaf sadarkaa barnootaan waliinga’uuf kan kaayyeeffate Giddu galli beekkumsa biyya keessaa…
Raayyaan Ittisaa haleellaa Ityoophiyaarratti aggaamamu kamiiyyuu ga’umsaan qolachuuf qophiidha…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Raayyaan Ittisaa qocholloo fi haleellaa Ityoophiyaarratti aggaamamu kamiiyyuu ga'umsaan qolachuuf qophummaa ga'aa qabaachuu ajajaa olaanaan Ajaja Kaaba…
Baankichi Baankii Addunyaa waliin ta’uun sadarkaa biyyaalessaatti Intarpiraayizoota Xixxiqqaa…
Baankichi Baankii Addunyaa waliin ta'uun sadarkaa biyyaalessaatti Intarpiraayizoota Xixiqqaa fi giddugaleessaaf leenjii kennaa jira
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Baankiin Misooma…
MM Abiy Ahimad dhaabbileen mootummaa fi daldalaa manneen harka qalleeyyii akka haaromsan waamicha…
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Dhaabbileen mootummaa fi daldalaa ganni osoo hin seeniin dura manneen harka qalleeyyii akka haaromsaniif waamicha…
Warqeen karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture Birrii miiliyoona 64tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Caamsaa 1, 2014 (FBC) – Warqeen karaa seeraan alaa daddabarfamaa ture Kiiloo Giraamni 16 Birrii miiliyoona 64 baasu Magaala Nageellee Keellaa Doollootti to'atamuu Poolisiin…