Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Dandeettii Indaastiriiwwan biyya keessaa guddisuun Badhaadhina hundagaleessa Ityoophiyaaf utubaadha…
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Dandeettii Indaastiriiwwan biyya keessaa guddisuun Badhaadhina hundagaleessa Ityoophiyaaf utubaa ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.…
Gatii boba’aarratti daballiin taasiifame
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Baatiwwan arfan darban gatiin gurgurtaa boba'aa sadarkaa addunyaatti daraan dabaluu hordofee gatiin gurgurtaa qinxaaboo dabaluu ibsameera.
Haaluma…
Beenishaanguul Gumuzitti qaamoleen Hidhannoon socho’aa turan hojii misoomarratti…
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Naannoo Beenishaanguul Gumuzitti qaamoleen Hidhannoon socho'aa turan kumni 1 ol hojii misoomarratti bobba'uuf ta'uu himameera.
Hidhattoonni karaa nagaan…
Lammiilee Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti hidhaarra jiran kuma 4 fi 500 dhiifamaan akka gadi…
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Lammiilee Ityoophiyaa Taanzaaniyaatti hidhaarra jiran kuma 4 fi 500 dhiifamaan akka gadi lakkifamaniif waliigalteerra ga’amuu Imbaasiin Ityoophiyaa…
Humni qilleensaa Ityoophiyaa ga’umsa itti gaafatamummaa biyyaalessaa itti laatame ba’achuu…
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Humni qilleensaa Ityoophiyaa ga’umsa itti gaafatamummaa biyyaalessaa itti laatame ba’achuu danda’urratti kan argamu ta’uu Ajajaa olaanaan Humna Qilleensaa…
Obbo Dammaqaa Makonnin miseensota diyaaspooraa waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan…
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) –Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministeerri Dhimma Alaa Obbo Dammaqaa Makonnin miseensota diyaaspooraa waamicha Iid hanga Iid fudhachuun gara biyyaa dhufan…
MM Abiy Ahimad Adda Waraanaa Lixaatti miseensota Raayyaa Ittisaa daawwatan
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Adda Waraanaa Lixaatti miseensota Raayyaa Ittisaa Biyyaa daawwataniiru.
Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad Raayyaan…
Yuunvarsiitii Mattuutti yaa’iin qorannoo gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Yuunvarsiitii Mattuutti yaa’iin qorannoo 6ffaan gaggeeffamaa jira.
Yaa’ichi mata duree “qorannoo beekumsa biyya keessaan wal simsiisuun guddina…
Waltajjiin marii hayyootaa marii biyyaalessaa bu’aa qabeessa taasisuuf kaayyeffate gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Waltajjiin marii hayyootaa marii biyyaalessaa bu’aa qabeessa taasisuuf kaayyeffate Yuunvarsiitii Asoosaatti gaggeeffamaa jira.
Rakkoo Ityoophiyaa…
Namoonni dhuunfaa Doolaara Ameerikaa sobaa sharafaa turan to’ataman
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Namoonni dhuunfaa Doolaara Ameerikaa sobaa sharafaa turan 3 to’atamuu Komishiniin Poolisii Magaalaa Finfinnee beeksise.
Shakkamtoonni kunneen guyyaa…