Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Raayyaan Ittisaa hoggantoota olaanoof sadarkaa guddinaa laate
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC) - Raayyaan Ittisaa Biyyaa har'a hoggantoota olaanoof sadarkaa guddinaa laate
Muudamtoota sadarkaa Maarshaalii Fiildii
Birihaanuu Juulaa Galaalchaa…
Manni Maree Waloo Paartileen siyaasa magaalaa Finfinnee dhimmoota waqtaawaa biyyoolessaarratti…
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Manni Maree Waloo Paartileen siyaasa magaalaa Finfinnee dhimmoota waqtaawaa biyyoolessaarratti mari’ataniiru.
Yaada ka’umsaa marichaa kan dhiyeessaan…
Mootummaan himata hidhamtoota addaan kutuun hidhaamtoonni akka gadi lakkifamaaniif murteesse…
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Mootummaan himata hidhamtoota addaan kutuun hidhaamtoonni akka gadi lakkifamaanif murtoon dabarse hirmaannaa marii biyyoolessaaf faayidaa olaanaa qaba…
Miseensoonni diyaaspooraa oomishaalee qonnaan bulaa ga’aan walitti qaban
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)-Dhalattoonni Ityoophiyaa fi Ityoophiyaanoonni Diysaapooraa Kutaa Magaalaa Lammii Kuraa aanaa 02 iddoo Shoobee jedhamutti argamuun oomishaalee qonnaa waliitti…
Godina Shawaa Lixaa aanaa Dandii ganda Waamuraa Saqootti jalqabbiin facaasaa qamadii bonee eegale
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa Aanaa Dandii ganda Waamuraa Saqootti jalqabbiin facaasaa qamadii bonee lafa hektaara 2089 eegaleera.
Sochii misooma qamadii…
Jeneraal Birhaanuu Juulaaf sadarkaan Fiildi Maarshaalummaa kenname
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)-Etamaajoor Shuumii Raayyaa Ittisa Biyyaa Jeneraal Birhaanuu Juulaaf sadarkaan Fiildi Maarshaalummaa kennameeraaf.
Guyyaa har’a sagantaa guddina sadarkaa…
Haati irree jajjabeewwanii Ityoophiyaan hafuura ijoolleesheetiin alaabaan ishee irra deebiin ol…
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad maqaan Ityoophiyaa jedhu baroota dheeraaf walabummaa, injifatummaa fi birmadummaa ofi eeguun wal qabata jechuun…
Jilli Preezdaant Musxafeen durfamu daandiiwwan aspaaltii magaalaa Jigjigaa keessaatti hojjetamaa…
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Jilli Preezdaantii Mootummaa naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu daandiiwwan aspaaltii magaalaa Jigjigaa keessaatti hojjetamaa jiran…
Mariin biyyoolessaa waltajjii Ityoophiyaa’ummaan irratti jabaachuu qabudha-Obbo Girmaa Seeyfuu
Finfinnee, Muddee 30, 2014 (FBC)- Mariin biyyoolessaa waltajjii Ityoophiyaa’ummaan irratti jabaachuu qabuudha malee kan itti walqeeqnu ta’uu hin qabu jechuun Namni Siyaasa obbo Girmaa…
Ityoophiyaan Milkaa’ina Marii Biyyaaleessaaf wareegama kamuu ni kaffalti – TKM
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan Milkaa’ina Marii Biyyaaleessaaf wareegama kamuu kan kaffaltu ta'uu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise.
Rakkooleen Ityoophiyaa…