Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Jaanxiraar Abbaayiin durfamu kutaa bulchiinsa Addis Katamaatti hojiilee misoomaa daawwate
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Jilli Ittaanaa Kantiibaa magaalaa Finfinnee obbo Jaanxiraar Abbaayiin durfamu kutaa bulchiinsa Addis Katamaatti hojiilee misooma kuduraalee fi muduraalee…
Tajaajilli Mana Kitaabaa fi Hadarsa Biyyaalessaa manneen dubbisaa godina Baalee 15’f…
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Tajaajilli Mana Kitaabaa fi Hadarsa Biyyaalessaa manneen dubbisaa godina Baalee 15'f kitaabilee gumaacheera.
Tajaajilichi galmeessa seenaa fi hambaalee…
Hundeeffamni waggaa 50ffaa hawaasa Awuraabaa kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Hundeeffamni waggaa 50ffaa hawaasa Awuraabaa qophiilee garaagaraan kabajamaa jira.
Saganticharratti Ministira Ministeera Dhimma Dubartootaa fi…
Jilli Ministira Ministeera Tumsa Diinagdee Deeniimaark Filiimiing Moolar Moortiinsaniin durfamu…
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Tumsa Diinagdee Deeniimaark Filiimiing Moolar Moortiinsaniin durfamu naannoo Somaalee magaalaa Godee galeera.
Jilichi…
Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2013’tti barattoonni kutaa 12ffaa 226 qabxii olaanaa…
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Akka Naannoo Oromiyaatti bara barnootaa 2013'tti Barattoota Qormaata biyyoolessaa kutaa 12ffaa qoraman keessaa barattootni 226 qabxii olaanaa galmeessuu…
Magaalaa Sulultaatti balaa ibiddaa qaqqabeen suuqiiwwanii fi hoteelli tokko barbaada’uu ibsame
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Magaalaa Sulultaatti, balaa ibiddaa qaqqabeen suuqiiwwanii fi hoteelli tokko barbaada’uu qajeelchi Poolisii Bulchiinsa Magaalaa Sulultaa beeksiseera.…
Waltajjiin sosochii dubbisaa godina Baaleetti gaggeeffamaa jira
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Waltajjiin sosochii dubbisaa godina Baaleetti gaggeeffamaa jira.
Waltajjichi Tajaajila Mana kitaabaa fi Hadarsa (Arcive) biyyaaleessaa, Waajjira aadaa…
Deeniimaark deeggarsa Ityoophiyaaf taasistu cimsitee kan itti fuftu ta’uu ibsite
Finfinnee, Eebila 29, 2014 (FBC) – Ittaanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Makonnin Ministira Ministeera Tumsaa Misoomaa Fileemiing Moolariin waajjira…
Qonna gannaaf Xaa’oo buufata Jiibuutii ga’e kuntaala miiliyoona 7.2 keessaa % 75 gara…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Qonna gannaa bara 2014/15f Xaa'oo biyyoo buufata Jiibuutii ga'e kuntaala miiliyoona 7.2 keessaa % 75 gara kuusaa giddugalaa galuu ministirri Ministeera…
Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa, barreessaa olaanaa waldaa Daandiilee…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensaa Ityoophiyaa obbo Masfin Xaasoow, barreessaa olaanaa waldaa Daandiilee Qilleensaa Afrikaa Abduraahimaan…