Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Jilli obbo Taaggasee Caafoon durfamu marii uummataa gaggeeffamurratti hirmaachuuf Jigjigaa gale
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Jilli Af Yaa'ii Mana Maree Bakka Bu'oota Ummataa obbo Taaggasee Caafoon durfamu marii Uummataa magaalaa Jigjigaatti gaggeeffamurratti hirmaachuuf Jigjigaa…
Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa hawaasni idil addunya Ityoophiyaa akka daawwatan waamicha…
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Qindeessaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii dabalatee Ambaasaaddaroonni biyyoota garaagaraa hawaasni idil addunya Ityoophiyaa akka daawwatan waamicha…
Aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Qirqoositti qophii proojektoota guyyoota 60’f turan daawwatan
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) –Kantiibaan Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee kutaa magaalaa Qirqoositti qophii proojektoota guyyoota 60’f turan daawwataniiru.
Bulchiinsi…
Oromiyaatti dhaabbii biqiltuu ganna dhufuuf bilqiltuun biiliyoona 4.3 qophaa’e
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti dhaabbii biqiltuu ganna dhufuuf bilqiltuun biiliyoona 4.3 qophaa'eera.
Naannoo Oromiyaatti Ashaaraa magariisaa ganna dhufuuf…
Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii deeggarsa qaamolee adda addaarraa walitti qabe…
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Ministeerri Innooveeshinii fi Teeknooloojii deeggarsa meeshaalee nyaataa fi uffataalee Birrii miiliyoona 8tti tilmamamu qaamolee adda addaarraa walitti…
Abbootiin qabeenyaa dameewwan garaagaraarratti hirmaatan Gaalaarii albuuda Ityoophiyaa daawwatan
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Abbootiin qabeenyaa dameewwan garaagaraarratti hirmaatan Gaalaarii albuuda Ityoophiyaa daawwataniiru.
Ministirri Ministeera Albuudaa Injiinar Taakkalaa…
Magaalaa Harariitti kabajni ayyaana Iid Shawaal eegale
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Qaama Sagantaa "Iidaa hanga Iidaa" kan tahe sirni kabaja Ayyaana "Iid Shawaal" magaalaa Hararitti ifatti eegaleera.
Saganticharratti Preezdaantiin…
Biiraan Daashiin proojektii babaldhinaa Birrii biiliyoona 1.7 ijaarsisaa ture eebbisiise
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Biiraan Daashiin proojektii babaldhinaa Birrii biiliyoona 1.7 ijaarsisaa ture eebbisiiseera.
Sirna eebba proojektichaarrattis Itti aanaan Muummee…
Hojiin Misooma Qamadii Jallisii Bonee haala milkii qabuun gaggeeffamaa jira – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Hojiin Misooma Qamadii Jallisii Bonee haala milkii qabuun gaggeeffamaa jiraachuu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsaniiru.
Milkaa'ina kana irratti…
Ayyaana Iid Shawaal sababeeffachuun Baazaarii fi Agarsiifni aadaa magaalaa Harariitti baname
Finfinnee, Eebila 30, 2014 (FBC) – Ayyaana ‘Iid Shawwal’ sababeeffachuun Baazaarii fi agarsiifni Aadaa magaalaa Harariitti banameera.
Agarsiisaa fi Baazaarii Aadaa kana Preezdaantiin…