Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Milkaa’ina Marii Biyyaaleessaa Murtoo Dhiifamaatiin Jalqabnee Jirra – BMNO
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Milkaa’ina Marii Biyyaaleessaa Murtoo Dhiifamaatiin Jalqabuu Bulchiinsi Mootummaa Naannoo Oromiyaa beeksiise.
Guddinaafi badhaadhina biyya tokkootiif…
Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee hidhamtoonni mana hidhaatii aka ba’an murtaa’e
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Obbo Jawaar Mahaammad dabalatee hidhamtoonni mana hidhaatii aka ba'an murtaa'e.
1.Obbo Jawaar Mahaammadii fi kanneen galmeesaa jalatti himataman.…
Raayyaan Ittisaa Aasxaa itti fayyadamaa turerratti fooyya’iinsa taasiise
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Raayyaan Ittisaa Biyyaa Aasxaa guddina sadarkaaf itti fayyadamaa turerratti fooyya'iinsa taasiisuu beeksiseera.
Aasxaa itti fayyadamaa turerretti…
Duula biyya baraaruun kan ijifatame ABUT fi ergamtoota isaa qofa osoo hin taane biyyoota Lixaa kan…
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Poolisii Federaalaatti Qajeelchi waliigalaa ittisa yakkaa
sagantaa cufuunsa gamaaggama raawwii baatii jahaa gaggeesseera.
Saganticharratti Ministirri…
Uummatni gootni harkasaa mirgaan injifannoo kan qabatu harka isaa bitaan ammoo dhiifama kan…
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Uummatni gootni harkasaa mirgaan injifannoo kan qabatu harka isaa bitaan ammoo dhiifama kan taasisudha jedhan Muummeen Ministiraa Abiy Ahimad.
Imalli…
Waajjira Muummee Ministiraatti daa’immanii fi maangoddoota harka qaleeyyiif Sirni qooddannaa…
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Ayyaana Qillee sababeeffachuun Waajjira Muummee Ministiraatti daa’immanii fi maangoddoota harka qaleeyyiif Sirni qooddannaa irbaataa gaggeeffame.…
Ayyaana Qillee sababeeffachuun leenjitoonni dargaggoota tola ooltotaa namoota harka qalleeyyii 400…
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Leenjittootni dargaggoota tola ooltootaa Ministeera Nageenyaatiin marsaa 3ffaadhaaf Yuunvarsiitii jimmaa Inistiitiyuutii Teeknooloojii keessatti guyyoota…
Ityoophiyaanonni Washingitan Diisii fi Kaanaadaarraa gara biyyaa galan Doolaara kuma 30 deeggarsa…
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) – Ityoophiyaanonni har’a barii Washingitan Diisii fi Kaanaadaarraa gara biyyaa galan lammiilee miidhaan irra ga’eef Doolaara kuma 30 deeggarsa taasisan.…
Ayyaana Qillee haala kanaan akka kabajnu Ityoophiyaanoota lubbuu isaanii kaffalaniif kabajatu mala…
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Ayyaana Qillee haala hoo'aa ta'een magaalaa Laallibalaatti akka kabajnu Ityoophiyaanoota lubbuu isaanii kaffalaniif kabajatu mala jedhan Preezdaantiin FDRI…
Godina Harargee Lixaatti duulii hojii misooma sululaa hojjatamaa jira
Finfinnee, Muddee 29, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaatti duulii hojii misooma sululaa bara kanaa bifa adda ta'een hojjatamaa jiraachuu Waajjjira Qonnaa Godinichaa ibseera.
Godinichatti…