Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Waldaan Kiristiyaanaa Araaraa Waaqayyoo Addunyaa Magaalaa Naqamteetti Mana Barnoota sadarkaa 1ffaa…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Waldaan Kiristiyaanaa Araaraa Waaqayyo Addunyaa Bulchiinsa Magaalaa Naqamtee kutaa Bulchiinsa Calalaqii keessatti Mana Barnoota sadarkaa 1ffaa ijaarsisaa…
Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa marii siyaasaa waggaa gaggeessan
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa fi Gamtaan Awurooppaa marii siyaasaa waggaa magaalaa Finfinneetti gaggeessaniiru.
Waltajjicha Itti aanaan Muummeen Ministiraa fi Ministirri…
Mana Kitaabaa Abrihootiif sagantaan kitaabilee walitti qabu baatii 1’f turu eegale
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Mana Kitaabaa Abrihootiif sagantaan kitaabilee walitti qabu baatii tokkoof turu eegaleera.
Sagantichi mata duree ‘kitaabilee miiliyoona dhaloota…
Ityoophiyaan tasgabbiisheetiif tarkaanfiiwwan fudhataa jirtu jajjabeessaa ta’uu Deenmaark beeksifte
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shideen Ministira Ministeera Tumsa Misooma Deenmaark Falimiing Moolaar Moorteensaan waliin mari’ataniiru.…
Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’an 16 Maqalee ga’an
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’an 16 Maqalee ga’uu isaanii sagantaan nyaata Addunyaa beeksise.
Konkolaattoota deeggarsa namoomaa fe’an 16…
Lammiileen Ityoophiyaa dhibbi 9 fi 83 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Guyyaa har’aa balallii yeroo sadii taasifameen lammiileen Ityoophiyaa dhibbi 9 fi 83 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoota kanneen…
Dhaabbileen garaagaraa oomishaa fi tajaajiloota teelekoomii dhiyeessuuf Ityoo-Telekoom waliin…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Dhaabbileen garaagaraa oomishaa fi tajaajiloota teelekoomii dhiyeessuu fi raabsuuf Ityoo-Telekoom waliin maliigaltee mallatteessaniiru.
Ityoo-Telekoom…
Gamtaan Dargaggoota Oromiyaa lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa sanyii filatamaa taasise
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Gamtaan Dargaggoota Oromiyaa naannichatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa sanyii filatamaa taasiseera.
Roobni arfaasaa godinaalee Oromiyaa…
Abbootiin qabeenyaa Carraa hojii uumuu fi damee misoomaa cimsuu keessatti qooda isaanii ba’uu qabu…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Godina Arsii Lixaatti abbootiin qabeenyaa Carraa hojii uumuu fi damee misoomaa cimsuun biyya ijaaruu keessatti qooda isaanii ba’uu akka qaban…
Ayyaana Shawaal- Iid ilaalchisee magaalaa Harar qulqulluu fi miidhagduu taasisuuf xiyyeeffannoon…
Finfinnee, Eebila 28, 2014 (FBC) – Ayyaana Shawaal- Iid ilaalchisee magaalaa Harar qulqulluu fi miidhagduu taasisuuf xiyyeeffannoon hojjetamaa jiraachuu Manni Qopheessaa magaalichaa…