Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ityoophiyaanonni biyyoota garaagaraa jiraatan lammiilee miidhamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanonnii fi michuuwwan Ityoophiyaa biyyoota garaagaraa jiraatan lammiilee miidhamaniif deeggarsa taasisan.
Ityoophiyaanonnii fi dhalattoonni…
Huwaaween yaa’ii bulchiinsa intarneetii idil addunyaa Ityoophiyaan qopheessitu kan deeggaru ta’uu…
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Dhaabbanni Huwaawee Teeknooloojii Giruup yaa’ii bulchiinsa intarneetii idil addunyaa Ityoophiyaan qopheessitu kan deeggaru ta’uu beeksise.
Ministir…
Ayyaana Qilleef tajaajila qalmaa qulqullinaa fi fayyummaa isaa eege kennuuf qophiin taasifameera
Finfinnee, Muddee 27, 2014 (FBC)- Ayyaana Qilleef tajaajila qalmaa qulqullinaa fi fayyummaa isaa eege kennuuf qophiin taasifamuu Dhaabbanni Qalmaa magaalaa Finfinnee beeksise.…
Diyaaspoorawwan adda waaraanaa Kaasaagiitaa bakka Muummeen Ministiraa waraanaa itti hogganaan…
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) - Diyaaspoorawwan adda waaraanaa Kaasaagiitaa bakka Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad waraanaa itti hogganaan daawwataniiru.
Gareen shororkeessaa ABUT…
Diyaaspooraan oomishaalee biyyaa keessaaf gabaa barbaduufi beeksisuun qooda bahaachuu akka danda’uu…
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)-Ityoophiyaan biyyoota lixaan dhiibbaa irra ga’uu injifattee akka baatuuf jalqabarratti yaada keessaa galuu kan qabu sirna daldalaa diinagdee utubuu…
Aanaa Miidhagaa Tolaatti barbareen kuntaalli kuma 15 argamu ibsame
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)-Godina Harargee Bahaa Aanaa Miidhagaa Tolaatti barbareen kuntaalli kuma 15 argamuu Waajjirri Qonnaa aanichaa beeksiseera.
Aanaan Miidhagaa Tolaa aanaalee…
Hojjettoonni komishinii poolisii Hararii meeshaalee kontiroobaandii daddabarsaa turan to’annaa jala…
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Hojjettoonni komishinii poolisii naannoo Hararii meeshaalee kontiroobaandii daddabarsaa turan to’anna jala oolaniiru.
Komiishanarri Komiishinii Poolisii…
Ayyaana Qillee Laallibalaatti kabajuuf qophiin xumuramuu ibsame
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)-Iddoo seenaa qabeetti Laallibalaatti ayyaana Qillee kabajuuf qophiin taasifamuu Biiroon Aadaa fi Tuurizimii naannoo Amaaraa beeksiseera.
Itti aanaan…
Godinaalee Oromiyaa hunda keessaatti Raammoon Kompoostii hojiirra oolaa jira jedhame
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)-Biiroo Qonnaa Oromiyaa Raammoo kompoostii babal’isuun kan eegale giddugala Warshaa Nooraa qopheessu Gudaritti bara 2009 yoo ta’u, gosti raammoo kanaa…
Godina Wallagga Lixaatti hojiin misooma Sululaa eegale
Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC)- Naannoo Oromiyaa godina Wallagga Lixaatti hojiin misooma Sululaa 484 bu’ureeffatee hojii kunuunsa qabeenya uumamaan eegaluu Waajjirri Qonnaa godinicha…