Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Gootoota jechuun haqaa fi amanamummaan biyyaaf gatii kaffaluudha- MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) – Gootoota jechuun haqaa fi amanamummaan dhimma biyyaaf gatii kaffaluudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy…
Guyyaan Gootootaa waggaa 81ffaan kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 27, 2014 (FBC) –Guyyaan Gootoota Ityoophiyaa waggaa 81ffaan kabajamaa jira.
Ayyaanichi Siidaa Googootaa magaalaa Finfinnee Kiiloo 4tti bakka gootoonni…
Namoonni dhuunfaan amantaa dawoo godhachuun badii raawwachuuf socho’aa turan 145…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Namoonni walitti bu'iinsa Goondaritti uumame bu'uura godhachuun badii raawwachuuf socho'aa turan 145 to'atamuu bulchiinsi magaalaa Adaamaa beeksiise.…
Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaatti maree biyyaalessaa gaggeessuun nageenya waaraa buusuuf tattaaffii…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Gamtaan Awurooppaa Ityoophiyaatti maree biyyaalessaa gaggeessuun nageenya waaraa buusuuf tattaaffii taasiifamu kan deeggaru ta'uu beeksiseera.…
Yaa’iin Mana Maree Naannoo Sidaamaa muudamoota abbootii seeraa 19 raggaasisuun xumurame
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Yaa'iin Mana Maree Naannoo Sidaamaa muudamoota Abbootii seeraa mana murtii waliigalaa fi aanaalee raggaasisuun xumurameera.
Manni maree naannichaa yaa'ii…
Hariiroo daldalaa Ityoophiyaa fi Somaaliyaa caalmaatti cimsuuf xiyyeeffannoon kan hojjetamu…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Ministir Deetaan Ministeera Daldalaa fi Walitti Hidhamiinsa naannawaa Hasan Mahaammad jila Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Soomaaliyaa Abdullaahii Ahimadiin…
Qormaatileen Ityoophiyaa muudatan karaa nagaan akka hiikkatu Ameerikaan deeggarsa barbaachisu ni…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Qormaatileen Ityoophiyaa muudatan karaa nagaan akka hiikkatu Ameerikaan deeggarsa barbaachisu kan taasiiftu ta'uu Ityoophiyaatti Ambaasaaddarri Ameerikaa…
Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 29 Saa’uud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'uud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 29 guyyaa har'aa gara biyyaa deebi'aniiru.
Deebitoota keessaa kumni 1…
Jaarmiyaaleen dargaggoota Oromiyaa horsiisee bultoota hongeedhaan miidhamaniif sanyii filatamaa…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) – Jaarmiyaaleen dargaggoota Oromiyaa horsiisee bultoota hongeedhaan miidhamaniif sanyii filatamaa kuntaala kuma 3 fi 442 deeggarsa taasisaaniiru.…
Rakkoolee fi qormaatilee biyyattii mudachaa jiran furuuf hayyootni ga’ee isaanii ba’achuu qabu…
Finfinnee, Eebila 26, 2014 (FBC) –Mariin haala yeroo irratti xiyyeeffate Hayyoota waliin magaalaa Fiicheetti gaggeeffamaa jira.
Biyyattiin daandii jijjiiramaa abdachiisaa jalqabdus…