Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan ittiin waajjiraaleen mootummaa federaalaa baajata bara 2015 itti dhiyeessanii fi…
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Sagantaan ittiin waajjiraaleen mootummaa federaalaa fi dhaabbileen itti waamamtoonni 146’n baajata bara 2015 itti dhiyeessanii fi gamaaggamsiisan eegaluu…
Ityoophiyaa gara nageenya waaraatti fiduun hirmaannaa lammiilee hundaati-TKM
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Ityoophiyaa gara nageenya waaraatti fiduun hirmaannaa lammiilee hundaa ta’uu Tataajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksise.
Ityoophiyaan torban darbe…
Indaastirii Aartii Oromoo guddisuuf hojjetamaa jira -Giddu Gala Aadaa Oromoo
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Indaastirii Aartii Oromoo guddisuuf hojjetamaa jiraachuu Giddu Galli Aadaa Oromoo beeksise.
Giddu Galli Aadaa Oromoo dargaggoota ogummaa…
Magaalaa Qarree Gohaatti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 5.7tti tilmaamamu to’atame
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) –Godina Shawaa Kaabaa Aanaa Warra Jaarsoo magaalaa Qarree Gohaatti meeshaaleen Kontiroobaandii Birrii miiliyoona 5.7tti tilmaamamu to’atamuu ibsameera.…
Waajjirri Muummee Ministiraa hojjettoota galii gadi aanaa qabaniif maaddii qoode
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa kuduraalee fi muduraalee mooraa/oddoo waajjirichaa keessatti oomishame hojjettoota galii gadi aanaa qabaniif qooduu ibsameera.…
Kutaa magaalaa Lammii Kuraatti konfiransiin hundeeffama waggaa 1ffaa Waldaa Dargaggoota Oromoo…
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee kutaa magaala Lammii Kuraatti konfiransiin hundeeffama waggaa 1ffaa Waldaa Dargaggoota Oromoo gaggeeffameera.
Nageenyi…
Waajjirri Muummee Ministiraa kutaalee hawaasa harka qalleeyyiif maaddii qoode
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Waajjirri Muummee Ministiraa kutaalee hawaasa harka qalleeyyiif maaddii qooduu ibsameera.
Sagantaa maaddii qooduu kanarratti meeshaalee iddoo…
Haleellaan Saayibarii Hidha Haaromsaa Guddichaa fi dhaabbilee faayinaansii irratti aggaamame…
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Haleellaan Saayibarii Hidha Haaromsaa Guddicha Ityoophiyaa fi dhaabbilee faayinaansii irratti aggaamame fashalaa’uu Bulchiinsi Tajaajila…
Dhaabbileen Sivilii Hawaasaa Federaalaa naannoo Oromiyaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa…
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Dhaabbileen Sivilii Hawaasaa Federaalaa naannoo Oromiyaatti lammiilee hongeen miidhamaniif deeggarsa akaakuu Birrii miiliyoona 8.5 fi deeggarsa maallaqaa…
Ministeerichi karoora waggoottan 10 hojii misooma manneeniin manneen miiliyoona 4.4 ijaaruuf…
Finfinnee, Eebila 25, 2014 (FBC) – Ministeerri Magaalaa fi Bu’uuraalee Misoomaa karoora waggoottan 10 hojii misooma manneeniin manneen miiliyoona 4 fi kuma dhibba 4 ijaaruuf karoorsuu…