Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Korichi Godina Arsii Lixaa aanaa Gadab Hasaasaatti jiraattota magaalaa Hasaasaa waliin mari’ate
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Gaaffileen misoomaa hawaasaa bubbulaniif fala hin argatin hatattamaan deebii itti kennuuf hojjachuun barbaachisaa ta'uu Caffee Oromiyaatti Koreen Dhaabbii…
Hoggansi olaanaan injifannoo argameen osoo hin booniin qormaata yeroo itti aanu muudachuu…
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Hoggansi olaanaan injifannoo argameen osoo hin booniin qormaata yeroo itti aanu muudachuu danda'uuf haalan qophaa'uu…
Godinichatti lafti hektaarrikumni 52 fi 900 ol oomisha qamadii kilaastaraatiin uwwifame
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Godina Jimmaatti lafti hektaarri kumni 52 fi 900 ol oomisha qamadii kilaastaraatiin uwwifamuu ibsameera.
Godinnicha lafti hektaarri kumni 46 ol jallisii…
Koreen Dhaabbichaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti hojii Misooma jallisii bonee…
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Koreen Dhaabbii Misooma Baadiyyaa Caffee Oromiyaa Godina Arsii Lixaa Aanaa Gadab Hasaasaatti hojii Misooma jallisii bonee daawwateera.
Waggatti al lamaa…
Sirni Awwaalchaa qabsaa’aa sirna Appaartaayidii Deezmoondi Tuuttuu raawwate
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Sirni Awwaalchaa qabsaa'aa sirna Appaartaayidii fi Phaaphaasii Afrikaa Kibbaa Deezmoondi Tuuttuu raawwateera.
Sirni awwaalchichaa sirna amantaa eeguun…
Manni Maree Naannoo Sidaamaa Muudamoota garaagaraa raggaasise
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Manni Maree Naannoo Sidaamaa Muudamoota garaagaraa Preezdaantii naannichaa obbo Dassitaa Leeddaamoon dhiyaatan raggaasiseera.
1, Aadde Immabeet Isaayaas…
Magaalaa Galaanitti Proojektoonni adda addaa Birrii miiliyoona 613 oliin hojjetamaa jiru
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Galaaniitti proojektoonni garaagaraa haaraa fi buleeyyiin 53 Birrii miliyoona dhibba 6 fi miiliyoona 13 oliin hojjetamaa jiraachuu…
Beekkumsa gabbifachuuf manni kitaabaa qooda olaanaa qaba – Aadde Adaanach Abeebee
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Manni Kitaabaa Abrihoot mootummaan waadaa ummataaf gale raawwachuu gochaan kan mirkaneessudha jedhan Kaatibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanach Abeebee…
Ityoophiyaan kan ijaarramtu giddu gala beekkumsaa keessatti – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) - Ityoophiyaan kan ijaarramtu giddu gala beekkumsaa keessatti ta'uu Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad ibsan.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad…
Beekkumsi daandii waanjoo garbummaa doofummaa jalaa itti bilisooman – MM Abiy Ahimad
Finfinnee, Muddee 23, 2014 (FBC) -Beekkumsi daandii waanjoo garbummaa jalaa itti bilisoomani jedhan Muummèen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad haasawa sirna eebba mana Kitaabaa Abrihoot irratti…