Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Humnoonni badii nageenya booressuuf sochii taasisaa jiran irra akka of qusatan Naannoon Uummattoota…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Humnoonni badii nageenya biyyatti booressuuf sochii gochaa jiran irra akka of qusatan Naannoon Uummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa hubachiiseera.…
Faayidaa biyyoolessaa keenya mirkaneessuuf Ityoophiyaanoonni biyya alaa jiraatan hirmaannaa addaa…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Faayidaa biyyoolessaa keenya mirkaneessuuf Ityoophiyaanoonni biyya alaa jiraatan hirmaannaa addaa taasisuu qabu jechuun Itti aanaan Muummee Ministiraa fi…
Shira diinota keenyaa fashalessaa badhaadhina biyya keenyaa ni dhugoomsina-Mootummaa Naannoo…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Shira diinota keenyaa fashalessaa badhaadhina biyya keenyaa ni dhugoomsina jechuun Mootummaa Naannoo Oromiyaa ibseera
Mootummaan naannichaa ibsa haala…
Qindeessummaa shira diinota seenaa fi baandota keessaatiin yaaliin nageenya Ityoophiyaa booreessuu…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Qindeessummaa shira diinota seenaa fi baandota keessaatiin yaaliin nageenya Ityoophiyaa booreessuu hin milkaa’u jechuun Tajaajilli Kominikeeshinii…
Mootummaan naannoo Somaalee humnoota naannichatti hokkora uumuuf yaalan irratti tarkaanfiin akka…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Mootummaan naannoo Somaalee humnoota sabummaa fi amantii dahoo godhachuun naannichatti hokkora uumuuf yaalan irratti tarkaanfiin akka fudhatamuu…
Ayyaanni Iid Alfaxiir godinalee fi magaaloota Oromiyaa adda addaatti kabajame
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Ayyaanni Iid Alfaxiir waggaa 1443ffaan godinalee fi magaaloota Oromiyaa adda addaatti bifa ho’aan kabajameera.
Godina Qellam Wallaggaa magaalaa Dambii…
Preezdaant Awwal Arbaa lammiilee qe’eesaaniirraa buqqa’aniif maaddii qoodan
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)- Preezdaantiin Mootummaa Naannoo Affaar Obbo Awwal Arbaa lammiilee qe'eesaaniirraa buqqa’aniif maaddii qoodaniiru.
Ayyaana Iid Alfaxiir sababeeffachuun…
Jilli aadde Sa’aadaa Abdurrahamaaniin durfamu ayyaana Iid Alfaxir sababeeffachuun mana…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)-Af-Yaa'ii Caffee Oromiyaa aadde Sa'aadaa Abdurrahamaanii fi Hogganaan Biiroo Misooma Magaalaa fi Manneenii Oromiyaa Obbo Guyyoo Galgaloon, Ayyaana Iid…
Lammiileen 343 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)-Guyyaa har’aa balallii jalqabaaf gaggeeffameen lammiileen Saa’ud Arabiyaatti rakkoo keessaa turan 343 gara biyyaa deebi’aniiru.
Deebitoonni hundi…
Magaalaa Finfinneetti amantoonni Salaata Iidiirraa tasgabbiin gara dhufaniitti deebi’aa jiraachuu…
Finfinnee, Eebila 24, 2014 (FBC)-Guyyaa har’aa magaalaa Finfinneetti salaanni Iid gaggeeffamuusaatiin dura namoonni dhuunfaa muraasni hokkora kaasaniin qabeenyaarra miidhaan qaqqabuu…