Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Paartileen siyaasaa magaalaa Finfinnee keessa socho’an 22 dhaabbilee hawaasummaa barbadaa’an 4…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Paartileen siyaasaa magaalaa Finfinnee keessa socho’an 22 naannolee Amaaraa fi Affaaritti dhaabbilee hawaasummaa barbadaa’an 4 deebisanii ijaaruuf ta’uu…
Jilli obbo Eebbaa Garbaan durfamu Mana Barumsaa Bultii Addaa Magaalaa Najjoo daawwate
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Jilli Hogganaa Inistiityuutii Pilaanii Magaalota Oromiyaa obbo Eebbaa Garbaan durfamu Mana Barumsaa Bultii Addaa Magaalaa Najjoo daawwateera.…
Korporeeshiiniin Misooma Indaastirii Paarkiwwanii yaalii Proojektiii Waraqaa eenyummaa biyyaalesaa…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Korporeeshiiniin Misooma Indaastirii Paarkiwwanii Proojektiii Waraqaa eenyummaa biyyaalesaa waliin ta’uun yaalii Proojektiii waraqaa eenyummaa…
Karoora Diinagdee Maayikroo gurguddoorratti raawwii gaariin galmaa’uu ibsame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Bu’uura taaksii haaraa bal’isuu, hanqina baajataa fi hordoffii proojektiiwwanii dabalatee diinagdee maayikroo gurguddoorratti raawwii gaariin galmaa’uu…
Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee gaggeesseen murtoo adda addaa dabarse
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa walga’ii idilee 3ffaa har’a gaggeesseen murtoo adda addaa dabarseera.
1.Gaaffii Baasii dabalataa haala yeroon…
Godina Qellem Wallaggaatti hojiin misooma sululaa eegalame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Godina Qellem Wallaggaatti hojiin misooma sululaa eegalameera.
Godinichatti hojiin misooma sululaa guyyoota 60f turu guyyaa har’aa qonnaan bu;ltootaa fi…
Sirni simannaa diyaaspooraa gaggeeffame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Ityoophiyaanota, dhalattoota Ityoophiyaa fi michuuwwan ishee gara biyyaa dhufaniif sirni simannaa Addabaabaayii Michummaatti gaggeeffameera.
Sirna…
Hawaasni diyaaspooraa waggoottan darbanitti giddu seentuummaa hin malle mormaa turaniiru- Obbo…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC)- Hawaasni diyaaspooraa waggoottan darbanitti giddu seentuummaa biyyoota lixaa hin malle mormaa turaniiru jedhan Ittaanaan Muummee Ministiraa fI Ministirri…
Manni marichaa wixinee labsii komishiinii waliigaltee marii biyyaaleessaa hundeessuuf ba’e…
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) - Manni Maree Bakka Bu’oota Ummataa wixinee labsii komishiinii Waliigaltee Marii Biyyaaleessaa hundeessuuf ba’e sagalee caalmaan raggaasiise.
Wixineen…
Godina Iluu Abbaa Booraatti duuli misooma sululaa guyyoota 60’f turu eegalame
Finfinnee, Muddee 20, 2014 (FBC) - Godina Iluu Abbaa Booraatti duulli misooma sululaa guyoota 60f turu Aanaalee godinichaa hunda keessatti gaggeefamu sadarkaa godinaatti Aanaa Yaayyootti…