Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Walga’iin Mana Maree hojii raawwachiiftuu Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan gaggeeffamuu eegale
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014(FBC) - Walga’iin Mana Maree hojii raawwachiiftuu Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan magaalaa Finfinneetti gaggeeffamuu eegaleera.
Walga'icharratti…
Komishinar Lalisee Namee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadish waliin mari’atan
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Komishinarri Komishinii Invastimentii Lalisee Namee Ityoophiyaatti Ambaasaaddara Baangilaadish Nazruul Islaam waliin dhimmoota garaagaraa irratti …
Walga’iin Mana Maree Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan har’a eegala
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) – Walga’ii idileen Mana Maree Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaan har’a Magaalaa Finifinneetti ni eegala.
Walga’ichaan dhimmoota Ardii fi Idil…
Jilli idil addunyaa Gamtaa Ityoo-Teeleekoom Finfinneetti marii gaggeessa jira
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC)- Jilli idil addunyaa Gamtaa Ityoo-Teeleekoom Finfinneetti marii gaggeessaa jira.
Jilli kun qopheessummaa Ityoophiyaatiin kan qophaa’uu qophii…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu aanaa Shashamanneetti Oomisha Boloqqee Kilaasteraan misoome daawwate
Finfinnee, Onkololeessa 4, 2014 (FBC) - Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu aanaa Shashamanneetti Oomisha Boloqqee Kilaasteraan misoome daawwateera.…
Jilli MM Abiy Ahimadiin durfamu mana barumsaa bultii Dodolaa daawwate
Finfinnee, Fulbaana 3, 2014 (FBC) - Jilli Muummee Ministiraa FDRI Abiy Ahimadiin durfamu mana barumsaa Bultii addaa Ifa Boruu Dodolaa ijaarramaa jiru daawwateera.
Manni…
Milkaa’inni ajandaa Afrikaa akka dhugoomuuf yoomiyyuu taanaan Ityoophiyaan dursa ni laatti-…
Finfinnee, Onkololeessaa 3,2014(FBC) - Milkaa’inni ajandaa Afrikaa akka dhugoomuuf Ityoophiyaan dursa kan laattu ta’uu Ministeera Dhimma Alaa beeksise.
Walga’iin Mana Maree…
Aanaa Diggaatti Barattoota harka qalleeyyii 4838’f deeggarsi meeshaalee taasifame
Finfinnee, Onkololeessaa 3, 2014 (FBC) - Godina Wallagga Bahaa Aanaa Diggaatti barattoota harka qalleeyyii kuma 4 fi dhibba 838’f deeggarsi meeshaalee barnootaa qindoomina Waajjira…
Ityoo Teeleekoom magaalota 22 keessatti tajaajila 4G eegalchiise
Finfinnee, Onkololeessaa 3,2014 (FBC) - Ityoo Teeleekoom marsaa 2ffaan magaalota 22 keessatti tajaajila 4G eegalchiisuu isaa ibsame.
Saganticha daataa saffisa fi fedhii jiru…
Kutaaleen Lixaa fi kibba Ityoophiyaa guyyoota 10n dhufan rooba ni argatu- Ejensii Raaga Qilleensaa
Finfinnee, Onkololeessaa 3,2014 (FBC) - Kutaaleen Lixaa fi Kibba Ityoophiyaa guyyoota kurnan dhufan rooba kan argatan ta’uu Ejensiin Raaga Qilleensaa Biyyaalessa Ityoophiyaa…