Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Hoggantoonni Paartilee Siyaasaa adeemsa marii biyyoolessaarratti mari’ataa jiru
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Hoggantoonni Paartilee Siyaasaa garaagaraa hoggansummaa Komishinii Marii Biyyoolessaa fi adeemsa isaarratti hoggantoota olaanoo Komishinarootaa fi Mana…
Godina Harargee Bahaatti hojiin ijaarsa Baayoo Gaazii xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhame
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Godina Harargee Bahaatti hojiin ijaarsa Baayoo Gaazii xiyyeeffannaan hojjetamaa jira jedhameera.
Waajjirri Bishaanii fi Inarjii godinicha hojiilee…
Ityoophiyaan dhiibbaa diinagdee ce’uu kan dandeesse galmootaa misoomaa waaraa ta’e hordofuuni-…
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan dhiibbaa diinagdee ce’uu kan dandeesse galmootaa misoomaa hirmaachisaa fi waaraa ta’e hordofuun ta’uu Ministirri Minsteera Fayyaa Dooktar…
Dooktar Fitsum Asaffaan jila dhaabbata Tumsa Idil Addunyaa Jaappaan waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Pilaanii fi Misoomaa Dooktar Fitsum Asaffaan jila dhaabbata Tumsa Idil Addunyaa Jaappaan waliin mari’ataniiru.
Dooktar Fitsum jila…
Jiraattonni magaalaa Amboo waadaan sadarkaa biyyaatti hojii misoomaa magaalichaaf galame hojiirra…
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Jiraattonni magaalaa Amboo waadaan sadarkaa biyyaatti hojii misoomaa magaalaa Amboof galame yeroon hojjirra ooluu dhaabuun guddina magaalichaa irratti…
Godina Shawaa Lixaatti hiriirri balaleffaannaa Shanee gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Godina Shawaa Lixaa aanaa Abuunaa Gindabaratitti hiriirri balaleffaannaa Shanee gaggeeffameera.
Godinichatti hiriirri balaaleffannaa Shanee hawaasa…
Jilli Preezdaant Musxafee Mahaammadiin durfamu Goodee gale
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Jilli Preezdaantii naannoo Somaalee obbo Musxafee Mahaammadiin durfamu godina Shabelee magaalaa Goodee galeera.
Jilichaan Preezdaantiin naannoo Somaalee…
Lammiilee waraanaa fi balaawwan uumamaan miidhaman deeggaruuf sagantaan qabeenya walitti qabuu…
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC)- Lammiilee waraanaa fi balaawwan uumamaan miidhaman deeggaruuf sagantaa qindaa’aan qabeenya walitti qabuu biyyaalessaa ifoomeera.
Federeeshiniin…
Diinagdee biyyaa guddisuuf damee qonnaatiin dubartoonni hirmaachuu akka qaban eerame
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Nyaataan of danda’uu fi diinagdee biyyaa guddisuuf damee qonnaatiin dubartoonni hirmaachuu akka qaban eerameera.
Agarsiisni qorannoo waldaa oomishtoota…
Komishinii marii biyyaalessaatti haalaan fayyadamuun Ityoophiyaa jabduu ijaaruuf carraa ni…
Finfinnee, Eebila 18 2014 (FBC) – Komishinii marii biyyaalessaatti haalaan fayyadamuun Ityoophiyaa jabduu ijaaruuf carraa kan uumu ta’uu hayyoonni ibsaniiru.
Yuunvarsiitii Dirree Dawaatti…