Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Sagantaan galii walitti qabuu ‘Birrii tokko Namoomaaf’ jedhuu eegale
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC)- Sagantaan galii walitti qabuu ‘Birrii tokkoo Namoomaaf’ jedhuun galii Birrii miiliyoona 100 fi miiliyoona 20 walitti qabuun eegalameera.
Deeggarsicha…
Koreen biyyaaleessaa sagantaa simannaa imala guddaa gara biyyaa Diyaaspooraa ifoomse
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC) - Koreen biyyaaleessaa sagantaa simannaa imala guddaa gara biyyaa Diyaaspooraa ifoomseera.
Diyaaspoowwan turtii isaaniin sagantaa…
Biyyatti rakkoolee gurguddoo qabduu furuuf marii biyyoolessaa hunda haammatee daraan …
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC)- Biyyatti rakkoolee gurguddoo qabduu furuuf marii biyyoolessaa hunda haammatee hedduu barbaachiisaa akka ta’ee Hogganaan Waajjira Paartii Badhaadhinaa obbo…
Yaa’iin hundeeffama Mana Murtii Aadaa Beddellee taa’aamaa jira
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC)- Godina Buunnoo Beddelleetti Yaa'iin hundeeffama Mana Murtii Aadaa Magaalaa Beddellee taa’aamaa jira.
Labsii Caffeen Oromiyaa mana murtii aadaa hundeessuu…
Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarawwan Booyiing Maaks 737 gara hojiitti deebisuufi
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Daandiin Qilleensaa Ityoophiyaa xiyyaarawwan Booyiing Maaks 737 gara hojiitti deebisuun tajaajila eegalchiisuuf akka jedhu beeksise.
Daandiin…
Lakkoofsa gabatee konkolaataa bade jijjiirsisuuf rakkachaa jiraachuu Abbootiin konkolaataa ibsan
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – haalaan keessummeeffamuu dhabuurraan kan ka’e lakkoofsa gabatee konkolaataa bade jijjiirsisuuf rakkachaa jiraachuu abbootiin konkolaataa ibsan.
Faanaa…
Bosona uumamaa Maajaangiif kunuunsi taasifamuu qaba- Mootummaa naannoo Gambeellaa
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Bosona uumamaa Maajaang waggoota 4 dura Yuuniiskoorratti galmaa’eef kunuunsi taasifamuu akka qabu Ittaanaan Preezdaantii Mootummaa naannoo Gambeellaa…
Miidhaa Xinsammuu ABUT dubartootaa fi daa’immanirraan ga’e dandamachiisuuf hojjetamaa jira –…
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) - Miidhaa Xinsammuu gareen shororkeessaa ABUT dubartootaa fi daa’immanirraan ga’e dandamachiisuuf hojjetamaa jiraachuu Ministir Deetaan Ministeera Dhimma…
Marsaritiin Miseensota diyaaspooraa gara biyyaa dhufan keessummeessu ifoome
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Marsaritiin Miseensota diyaaspooraa gara biyyaa dhufan keessummeessu ifoomuu Ejensiin Diyaaspooraa beeksise.
Waamicha gara biyyaa miseensota…
Lammiilee miidhaman deebisanii ijaaruuf Baajanni dabalataa Birrii biiliyoonni 5 qophaa’e
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) - Lammiilee sababa waraanaa fi walitti bu’iinsaan miidhaman deebisanii ijaaruuf Baajanni dabalataa Birrii biiliyoonni 5 qophaa’uu Ministirri Ministeera…