Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Magaalaa Mattuutti manni amantaa Ortodoksii Mikaa’eelaa, Ayyaana Faasikaa sababeeffachuunn harka…
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Boor Bulchiinsa Magaalaa Mattuutti manni amantaa Ortodoksii Qulqulluu Mikaa’eelaa, Ayyaana Faasikaa sababeeffachuunn harka qalleeyyii…
Magaalaa Bishooftuutti Ayyaana Hiiikaa sababeeffachuun humna addaa magaalaa Bishooftuu jiranii fi…
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Bulchiina magaalaa Bishooftuutti Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun humna addaa magaalaa Bishooftuu jiranii fi harka qalleeyyiif deeggarsi taasiifameera.…
Obbo Ahimad Shiideen Daayreektara Maaneejiingii IMF waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiidee fi Bulchaan Baankii Biyyalessaa Dooktar Yinnaagar Dasseen Daayreektara Maaneejiingii IMF Kiristaaliinaa…
MM Abiy Ahimad Ayyaana Hiikaa harka qalleeyyii waliin kabajan
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad Ayyaana Hiikaa harka qalleeyyii waliin maaddii qooddachuun kabajaniiru.
Ayyaana Hiikaa sababeeffachuun namoota…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu hundeessaa fi gargaaraa dura taa’aa Faawundeeshinii Biili…
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu hundeessaa fi gargaaraa dura taa'aa Faawundeeshinii Biili fi Meeliindaa Geetis waliin…
Ayyaanni Hiikaa Hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan kabajamaa jira
Finfinnee, Eebila 16, 2014 (FBC) – Ayyaanni Hiikaa Hordoftoota Amantaa Kiristiyaanaan haala hoo'aa ta'een kabajamaa jira.
Ayyaanni Hiikaa Iyyasuus Kiristoos cubbuu dhala kan itti haqe,…
Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe’an 74 karaa Abi’aalaan gara Maqalee imalaa…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC) – Konkolaattoonni deeggarsa namoomaa fe'an 74 marsaa 3ffaaf karaa Abi'aalaan gara Maqalee imalaa jiraachuu Tajaajilli Kominikeeshinii Mootummaa beeksiise…
Waldaaleen garaagaaraa fi Diyaaspoorawwan bulchiinsa Godina Booranaa waliin tahuun horsiisee…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC) – Diyaaspooraan dhalattoota Booranaa, Waldaan hayyoota Booranaa biyya Keeniyaa, akkasumas waldaan hayyoota Booranaa Ityoopiyaa, bulchiinsa Godina Booranaa…
Qaamoleen deeggarsa meeshaalee fayyaa naannoo Tigraayiif dhiyeessan kaayyoo barbaadameef oola…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Dhaabbileen deeggartoota meeshaalee yaalaa naannoo Tigraayiif dhiyeessan kaayyoo barbaadameef akka oolan mirkaneessuu qabu jedhan Komishinarri Komishinii…
Biirichi ayyaana Faasikaa fi soomaa hiikaa Ramadaanaa sababeeffachuun namoota miiliyoona 1.1 oliif…
Finfinnee, Eebila 15, 2014 (FBC)-Biiroon Dhimma Dubartootaa fi Daa'immanii Oromiyaa ayyaana Faasikaa fi hiikaa sooma Ramadaanaa sababeeffachuun dubartootaa fi daa'imman walumaagalatti…