Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Obbo Ahimad Shiideen hoggantuu dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa Saamaantaa Paawor waliin mari’atan
Finfinnee, Eebila 18, 2014 (FBC) – Ministirri Ministeera Maallaqaa Obbo Ahimad Shiideen hoggantuu dhaabbata gargaarsaa Ameerikaa/USAID Saamaantaa Paawor waliin dhimmoota deeggarsa diinagdee…
Baankichi lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 8 deeggarsa taasise
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Baankiin Hojii Gamtaa Oromiyaa lammiilee naannoo Somaalee hongeen miidhamaniif Birrii miiliyoona 8 deeggarsa taasiseera.
Deeggarsicha Preezdaantiin…
Proojektiin Bishaan dhugaatii Birrii miiliyoona 33n ijaarrame tajaajila barbaaddamu kennaa hin jiru…
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) –Proojektiin Bishaan dhugaatii baasii Birrii miiliyoona 33n ijaarrame tajaajila barbaaddamu kennaa kan hin jirre ta'uu jiraattoonni Godina Shawaa Lixaa…
Obbo Malaakuu Allebal hoggantoota Ejansii Korporeeshinii Intarnaashinaalii Jaappaan waliin…
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) –Ministirri Ministeera Indaastirii obbo Malaakuu Allebal hoggantoota Ejansii Korporeeshinii Intarnaashinaalii Jaappaan waliin mari'ataniiru.
Haala…
Lammiileen kumni 1 fi 254 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa Saa'ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa turan kumni 1 fi 254 har'a balallii sadiin gara biyyaa deebi'aniiru.
Deebitoota kanneen…
Bulchiinsa magaalaa Asallaatti Sagantaan lulluuqqii guddaan Daandirratti gaggeeffame
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) – Bulchiinsa Magaalaa Asallaatti Sagantaan lulluuqqii guddaan guyyaa har'aa Daandii Aspaaltii irratti gaggeeffameera.
Sagantaa kanarrattii kantiiban…
Qonnaan bultoonni godina Jimmaa hanqinni dhiyeessii xaa’oo fi sanyii filatamaa jiraachuu ibsan
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Qonnaan bultoonni godina Jimmaa hanqinni dhiyeessii xaa’oo fi sanyii filatamaa jiraachuu ibsaniiru.
Qonnaan bultoonni godinichaa qonna arfaasaa fi…
Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 74 guyyaa har’aa Maqalee ga’aniiru
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Konkolaattonni deeggarsa namoomaa fe’an 74 guyyaa har’aa Maqalee ga’uu Sagantaan Nyaataa Addunyaa beeksiseera.
Deeggarsichi man-kuusaa magaalaa…
Oromiyaatti iddoolee hongeen miidhaman dandamachiisuuf hojjetamaa jiraachuu ibsame
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC) –Ministeerri Jallisii fi naannawaa Gammoojjii Oromiyaatti iddoolee hongeen miidhaman dandamachiisuuf xiyyeeffannoon hojjechaa jiraachuu beeksiseera.…
Jilli obbo Ahimad Shiideen durfamu hoggantoota dhaabbilee Ameerikaa garaagaraa waliin mari’ate
Finfinnee, Eebila 17, 2014 (FBC)- Jilli Ministira Ministeera Maallaqaa obbo Ahimad Shiideen durfamu hoggantoota dhaabbilee Ameerikaa garaagaraa waliin mari’ateera.
Jilichi hoggantoota…