Browsing Category
Oduu biyya keessaa
Ameerikaan murtoo fayyadamuummaa AGOA Ityoophiyaa irraa deebiin qo’achuu akka qabdu biyyattin…
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC)- Ameerikaan murtoo fayyadamuummaa AGOA ”The African Growth and Opportunity Act” Ityoophiyaan keessaa baastee irraa deebiin qo'achuu akka qabduu…
Boordichi labsii yeroo ariifachiisaan walqabatee ol iyyannoo Paartilee siyaasaa dhiyeesanirratti…
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC ) – Boordiiin Filannoo Biyyaalessaa labsii yeroo ariifachiisaan walqabatee ol iyyannoo Paartilee siyaasaarraa dhiyaataanirratti mari’achaa jiraachuu ibsame.…
MM Abiy Ahimad diyaaspooraa waamichi taasifameef fudhachuun gara biyyaa dhufaniif baga nagaan…
Finfinnee, Muddee 18, 2014 (FBC)- Muummeen Ministira FDRI Abiy Ahimad diyaaspoorawwan biyya dhaloota keessanii akka daawwattan waamicha isiiniif taasiifameef deebii laachuun gara biyyaa…
Magaalaa Sabbataatti Gamoon ijaarramaa jiru kufuun lubbuu namootaa galaafate
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Bulchiinsa Magaalaa Sabbataa Ganda 02 Alamganaa Iddooo Bashannanaa Yooyyoo jedhamu fuulduratti Gamoon ijaarsarra jiru kufuun lubbuu namootaa galaafachuu…
Gareen shororkeessaa Shanee maatii preezdaantii BMNO duraanii obbo Alamaayyoo Atoomsaa dabalatee…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Gareen shororkeessaa Shanee maatii preezdaantii BMNO duraanii obbo Alamaayyoo Atoomsaa dabalatee namoota nagaa 8 haala sukaneessaan ajjeessuu Bulchiinsi…
Gabaan Dilbataa magaalaa keenyatti karaa bu’aa qabeessa ta’een itti fufeera –…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Gabaan Dilbataa magaalaa Finfinnee karaa bu'a qabeessa ta'een itti fufuu Kaantibaan Magaalichaa Aadde Adaanach Abeebee ibsan.
Erga eegalee torbee 9 ol…
Godina Arsiitti Misooma Jallisii Boneetiin hanga ammaatti Lafti hektaarri kumni 26 fi 500 sanyii…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Godina Arsiitti Misooma Jallisii Boneetiin hanga ammaatti Lafti hektaarri kumni 26 fi 500 sanyii qamadiin uwwifamuu Waajjirri Qonnaa Godinichaa beeksiise.…
MM Abiy boqachuu Phaaphaasii fi qabsaa’aa farra Apaartaayidii Deezmoond Tuuttuuf gaddi itti…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad boqachuu Phaaphaasii fi qabsaa'aa farra Apaartaayidii Deezmoond Tuuttuuf gaddi itti dhaga'amuu ibsaniiru.…
Godina Jimmaa magaalaa Gaattiraatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu namoota…
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Godina Jimmaa magaalaa Gaattiraatti balaa Tiraafikaa qaqqabeen lubbuun nama 1 yoo darbu, namoota hedduurra miidhaan qaamaa ga'uu ibsameera.
Balaa…
Aanaa Mi’eessooti miseensota Shanee 18 irratti tarkaanfiin fudhatame
Finfinnee, Muddee 17, 2014 (FBC) - Godina Harargee Lixaa Aanaa Mi'eessooti miseensota shanee 18 irratti tarkaanfiin fudhatamuu Waajjirri Bulchiinsaa fi Nageenya Godinichaa beeksiise.…